Matthew 15
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
4Waaqii, ‘Haatetii fi abbeetii saalfadhu; nama haadhaa fi abbaa ufii arrabsu ha ijjeessanii!’ jedha,
19Garaa keessaa herrega hamaa, ijjeechaa, walbarachaa, caphanummaa, hanna, dharaa fi arrabatti ba'a.
27Niitiin taan, “Aabboo, sun dhugaa ammoo sareelleen hambaa abbaa irraa jijiddu hin nyaattuu” jette.