bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Leviticus 12
Leviticus 12
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 11
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 13 →
1
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
2
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; intalti yoo ulfooftee ilma deette, haga guyyaa torbaa xurooftu'u. Akkuma hennaa waan garaa haawwotaa argiteetitti xurooftu'u.
3
Daa'ima san guyyaa saddeetesso'ootitti haa gadoomsanii;
4
haga xurii dhiigaa san irraa qulqullooftuuf guyyaa soddomii sadihiitiif mana haa teettuu; haga wobaxaa dhiqattuuf waan qulqulluu akka hin tundhe; gara mana woyyu'uullee akka hin seenne.
5
«Yoo intala deette haga torbaan lamaa xurooftu'u; haga wobaxaa dhiqattuuf haga guyyaa jahaatamii jahaa akka manaa hin baane.
6
«Hennaa jiini wobaxaa dhiqattu dhumate dhiira, yookaan intala yoo ta'e, hoolaa woggaa tokkoo, ilmoo handari'ii, yookaan kuukurruu ciincaa dhiifamsa cubbu'uu balbala daasee wol gayi'iititti gara gadichaa haa fidduu.
7
Gadichillee Rabbiin afoo dhiyeessee Rabbiin wolitti isii araarsa; isiinillee xurii dhiigaa irraa qulqulloofti; seerri dubartii dhiira yookaan intala deettee kana.
8
«Korbeessa dhiyeessu'uuf yoo horiin hanqateef, kuukurruu lama yookaan ilmoolee handari'ii lama; tokko ciincaa ciincawuuf, ka lammeesso'oo ammo ciincaa cubbu'uutiif haa dhiyeessituu; gadichi Rabbiin wolitti araarsa; achiin maayessa isiin hin qulqulloofti.»
← Chapter 11
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 13 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27