bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Leviticus 17
Leviticus 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 18 →
1
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
2
«Aaroonii fi ijoollee Israa'elii maraa Rabbi akkana jedha jedhii isaanitti himi;
3
Namoota Israa'elii keessaa eennullee sangaa'a, hoola'aa fi re'ee yoo qale gandaan alatti yookaan ganda keessatti yoo qale,
4
hulee woyyittii Rabbii saanduuqa waada'aa afo'oo fi daasee wol gayi'ii afoo yoo fiduu baate, yakki dhiigaa namicha san irra ta'a; waan dhiiga jisseef nama irraa fooyamee haa baduu.
5
«Kanaaf ijoolleen Israa'elii hennaa ciincaa godhatan martinuu gara hulee daasee wol gayi'ii gadichatti fidanii ciincaa fayyinnaa Rabbiif ciinceessan.
6
Gadichillee balbala daasee wol gayi'iititti hulee ciincaa Rabbii dhiyeessan sanitti dhiiga facaasa; coomallee akka Rabbii urgaayaa mishaa ta'u ciinceessa.
7
Ciincaa ufii worra yaada seexanaa duukaa deemanii seebaranii akka hin dhiyeessine; kun isaanii fi ijoollee ijoollee isaaniitiif seera baraa haga bara baraa haa ta'uu.
8
«Ati isaaniin galaa ijoollee Israa'elii keessa jiraatan maraa keessaa namni tokko yoo ciincaa ciincawu dhiyeessu yookaan ciincaa biraa
9
Rabbii dhiyeessu'uuf gara daasee wol gayi'ii yoo fiduu baate namni sun banii keessaa fooyamee haa baduu.
10
«Ijoollee Israa'elii keessaa yookaan worra isaanitti galee isaan keessa jiraatu, namni kamuu yoo dhiiga nyaate namni nyaatu sun jibbamaa ta'a; nama san banii keessaa fooyee balleessa.
11
Lubbuun foonii dhiiga keessa waan jirtuuf dhiinni waan lubbu'uuf araara godhuuf; hulee ciinca'aa irratti ani akka araara isinii ta'uuf isinii kenneera.
12
Kanaafuu ijoollee Israa'elii isin keessaa eennullee akka dhiiga hin nyaanne worra isinitti gale keessaallee eennullee akka dhiiga hin nyaanne isiniin jedhe.
13
«Ijoollee Israa'eliitii fi galaan isaan jidduu jiraatan keessaa eennullee busaawaa foon isaa nyaattamuu fi simbira dhadhoolee yoo qabe dhiiga isaa jissee biyyee irra haa dhawuu.
14
Dhiinni waan foon uffatee maruu tokko waan ta'eef kanaafuu ijoollee Israa'elii jireenni foon maraatuu dhiiga waan ta'eef dhiiga foon maraatuu hin nyaatinaa'a; ka nyaate maruu fooyamee haa baduu waan jedheeruuf.
15
«Namni waan ufiin du'ee fi waan bineensi cabsee ajjeese nyaatu maruu nama biyyaa ta'ee'e yookaan galaallee yoo ta'e, uffata ufiitii fi nafa ufii bisaaniin haa miicatuu; inni haga galgalaa battaaya'a; achiin maayessa hin qulqullaaya.
16
Yoo nafa ufiitii fi uffata ufii miicatuu baate ammo cubbuun isa irra ta'a.»
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27