bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Numbers 17
Numbers 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 18 →
1
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
2
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; mana isaaniitii fi manniin abboota isaatii ulee tokko tokko, manniin bulchoota isaaniitii uleewwan kudha lamaa fuudhii uleewwan maraa irrattuu maqaa isaanii barreessi.
3
Ulee maqaa gosa Leewwi'iitiin dhiyaate san irratti maqaa Aaroonii barreessi;
4
Hulee ani isin biratti argamutti daasee wol gayi'ii keessa saanduuqa raga'aa afoo kaayi;
5
Uleen nama ani filadhee hin lalifti; namoota isinitti guguungumu ijoollee Israa'elii jiddu'uu balleessa»
6
Kanaaf Muuseen ijoollee Israa'eliititti himnaan bulchoonni isaanii maruu uleewwan kudha lamaa bulchaan maruu akka mana abbaa isaatiin ulee tokko tokko itti kennan; uleen Aarooniillee ulee isaanii jidduu jirti.
7
Muuseen akka kanaan ulee maraa daasee wol gayi'ii ka raga'aa afoo kaaye.
8
Achiin maayessa haga lafti bariite Muuseen gara daasee wol gayi'ii yoo seenu uleen Aaroonii ta gosa Leewwi'iitiin dhiyaatte laliftee daraartee lawuzii bilchaate baatte.
9
Muuseen ulee sanniin maraa Rabbiin afo'oo gara ijoollee Israa'elii maraa gad baase; isaanillee laalanii ulee ufii maraa fudhatan.
10
Rabbi Muuse'een, «Isaanillee ulee Aaroonii arganii gara daasee wol gayi'ii deebi'anii akka isaan natti guguungumanii hin duune namoota natti ka'an maraa malkata taatee haa eeggamtuu» jedhe.
11
Muuseenillee akkuma Rabbi isa ajaje godhe.
12
Ijoolleen Israa'elii «Muuseen yoo akkana ta'e nu martinuu duunee banna!
13
«Namni gara daasee wol gayi'ii ka Rabbiititti dhiyaatu maruu hin du'a; dhugamaan nu maruu hin dhumnaa?» jedhanii dubbatan.
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36