bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Numbers 34
Numbers 34
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 33
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 35 →
1
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
2
«Ijoollee Israa'elii akkana jedhii ajaji; hennaa gara biyya Kana'aanii galtan daangaan Kana'aanii ta isin hixa'aan qoodamtan kana.
3
Garri bita'aa Edoomiyaasii lafa gammoojjii Siinii jiruu ka Edoomiyaasiin bira jiruu ta'a; daangaan bita'aa galaana sooqiddaa biraan gara baya biiftu'uutiin jalqaba.
4
Achii gara Aqiraabii cinaa bita'aatiin gara galee gara Siinii lufa; karri bayaniinillee Barnee Qaadeessii cinaa bita'aatiin lufee gara Hatsaraadarii dhaqee gara Atsimoonii lufa.
5
Daangaan isaallee Atsimooniin irraa galaana biyya Misirii irra naannaya; karri bayaniinillee cinaa galaanaatiin ta'a.
6
«Daangaan keessan gara dhiyaatiin galaana guddaa Meditiraaniyaaniiti; kun daangaa keessan ka gara dhiyaati.
7
«Daangaan keessan ka mirgaa galaana guddaa Meditiraaniyaanii biraan gara gaara Hooriititti malkata isinii ta'a.
8
Gaara Hoorii irraa haga Haamaatii daangaa seensaa godhattan karri daangaa keessanii ka baataniin Tsidaadiin ta'a.
9
Daangaan isaallee gara Zifiroonii lufee haga gara Hatsareenaanii gaya; kun daangaa keessan ka cinaa mirgaati.
10
«Daangaan keessan ka baya biiftu'uu Hatseer'eenaanii ka'ee gara Seefaama'aa lufa;
11
daangaan isaallee Aayii Seefaamaa irraa ka'ee gara baya biiftu'uutiin gara Ribila'aa bu'ee haga Kineereetii gara baya biiftu'uutiin galaana Woshmaxii bira gaya.
12
Daangaan isaallee gara galaana Yoordaanosii bu'a; karri bayaniinillee gara galaana sooqiddaatiin; daangaan naannaya lafa isin irra jiraattanii kana» jedheen.
13
Muuseen ijoollee Israa'elii akkana jedhee ajaje, «Lafti gofti sagalii fi wodhakkaan akka hixa'aan qoodamaniif ajaje tana.
14
Gofti ijoollee Roobeelii akka manniin aboota isaaniitiin, gofti ijoollee Gaadiillee akka manniin abboota isaaniitiin, gofti Minaase'eellee qooda lafa ufii fudhatan;
15
gofti lamaan kunii fi cinaan gosa tokkoo lafa ufii Yoordaanosiin gama gara Iyyaariko'ootiin haga baya biiftu'uutitti lafa fudhattan»
16
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
17
«Maqaan namoota lafa qoodamanii kana; El'aazaarii gadichaa fi ilma Naawwe'ee Iyyaasu'u.
18
lafa akka qoodamaniif bulchaa tokko tokko isaan keessaa fuudhi»
19
maqaan namoota ati fuutuu Yihuudaa keessaa ilma Yoofoonii Kaaleeb;
20
gosa ijoollee Simoonii keessaa ilma Amihuudii Saalaami'eel;
21
gosa Biiniyaamii keessaa ilma Kiisiloonii Eldaad;
22
gosa ijoollee Daanii keessaa bulchaa tokko ilma Yoogilii Buuqi;
23
gosa ijoollee Yooseefiitii fi gosa ijoollee Minaase'ee keessaallee bulchaa tokko Ani'eelii ilma Suufidi;
24
gosa ijoollee Efreemii keessaa bulchaa tokko ilma Shifxaanii Qaamu'eel;
25
gosa ijoollee zaabiloonii keessaa bulchaa tokko ilma Farnaakii Elsaafaan;
26
gosa ijoollee Yisaakoorii keessaa bulchaa tokko ilma Hoozaa Falxi'eel;
27
gosa ijoollee Aseedii keessaa bulchaa tokko ilma Seeleemii Aahihuud;
28
gosa ijoollee Niftaalemii keessaallee bulchaa tokko ilma Amihuudii Faadaheel.
29
Namoonni Rabbi akka ijoollee Israa'eliitii lafa Kana'aanii qoodamaniif ajaje kanniin.
← Chapter 33
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 35 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36