bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Numbers 25
Numbers 25
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 24
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 26 →
1
Baniin Israa'elii biyya Saxiimii keessa taa'anii ijoolleen dhiiraa ta Israa'elii worra Moo'aabii woliin seebaran;
2
Baniillee gara ciincaa waaqa tolfama'aa waaman; baniinillee hin nyaate; waaqa tolfamaa isaaniitiillee hin sagadan.
3
Baniin Israa'elii Bi'eel Feegooriin faanaa deemnaan Rabbi Israa'eliin lole.
4
Rabbi Muuse'een, «Hammeenni lola Rabbii banii Israa'elii irraa akka deebi'u bulchoota bani'ii maraa fuudhii aduu guddiftee baate keessatti Rabbiin afo'otti isaan fannisi» jedheen.
5
Muuseen abboota murti'ii ka worra Israa'eliitiin, «Isin martinuu namoota keessan ka Bi'eel Feegooritti bulu ajjeesaa'a» isaaniin jedhe.
6
Ijoollee Israa'elii keessaa namni tokko dubartii takka ta worra Miidiyaamii Muuse'ee fi banii ijoollee Israa'elii maraa afo'oo gara obboleewwan ufii isii fide; isaanillee daasee wol gayi'ii keessatti booya'aa turan.
7
Ilmi gadicha Aaroonii Finihaas ilmi El'aazaarii haga waan kana arge banii jiddu'uu ka'ee eboo harkatti qabatee nama worra Israa'elii san duukaa daasee wol gayi'ii keessa seene; eboo fudhatee
8
nama Israa'elii sanii fi intalattii san isaan lamaanuu garaa keessa woraane; akka kanaan balaan sun worra Israa'elii irraa dhaabate.
9
Namoonni Bala'aan du'an namoota kuma diddamii afurii turan.
10
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
11
«Ilmi El'aazaarii ka gadicha Aaroonii Finihaas isaan keessaa waan kiyyaaf waan hinaafeef lola kiyya ijoollee Israa'elii irraa deebise; Ani ijoollee Israa'elii hinaaffaa kiyyaan hin balleessu.
12
Kanaafuu amma dubbii kiyya ka waadaa nagayaa isaa kenna.
13
Inni waan Rabbii ufiitii hinaafee ijoollee Israa'eliitii araarseef; isaa fi fiixaa isaa ka isaan maayessaatii waadaa gadumma'aa ka bara baraatitu isaanii ta'a»
14
Namichi worra Miidiyaamii woliin ajjeefame ka Israa'elii maqaan isaa Zambar ture; ka mana abbaa isaa ka Simoonotaa ilma Saalu'uu ture.
15
Maqaa namittii Miidiyaamii ta ajjeefamtee Kasiib turte; isiinillee intala Suuriiti; innillee Miidiyaamota keessatti worra mana abbaa ufiitii bulchaa ture.
16
Rabbi Muuse'een akkana jedhe,
17
«Waan bulchaa worra Miidiyaamii ka Feegooriin gaafa bala'aan ajjeefamteetii fi waan obboleettii isi'ii waan Kasiibii sababaa Feegooriin sobaniitiif isaan dhiphiseera; worra Miidiyaamiillee isaan dhiphisa'aa ajjeesaa'a»
← Chapter 24
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 26 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36