bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Numbers 36
Numbers 36
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 35
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
1
Gofti ijoollee Yooseefii, ilmi Minaase'ee, ilmi Maakirii, bulchoonni gosa ijoollee Gala'aadii dhufanii,
2
«Muuse'ee fi bulchoota abboota ijoollee Israa'eliitiif lafa qoqqooddee akka hixa'aan isaanii kennitu si gooftaa keenna ajaje; obboleessa keenna Tsaloofihaadii ijoollee intalaa ta isaatiif akka kennitu Rabbi si ajaje.
3
Garuu ijoolleen Israa'elii gosa biraa keessaa yoo heeruman lafti isaan qaban ka nama sanii waan ta'uuf hixaan lafa keennaa akka nu jalaa dhidhata'aaru beeki.
4
Ijoolleen Israa'elii hennaa ayyaanni iyyoobeeliyuu gaye lafti isaanii hin eda'ama; lafti abboota isaanii garuu hin dhidhata» jedheen.
5
Muuseen ijoollee Israa'elii akka jecha Rabbiititti akkana jedhee isaan ajaje «Gofti ijoollee Yooseefii dhugaa dubbatan.
6
Wonti Rabbi waan ijoollee durbaa ta Tsaloofihaadiitiif dubbate kana nama ufii fedhanitti haa heerumanii; garuu nama gosa abbaa ufii calla'atti haa heerumanii;
7
lafti gosa ijoollee Israa'elii gosa irraa gara gosa biraa hin lufin; ijoollee Israa'elii maruu gara lafa gosa abbaa ufii haa dhiyaatanii;
8
Ijoolleen Israa'elii maruu lafa abbaa ufii dhaalu'uuf gofti ijoollee Israa'elii maruu durbi maruu nama gosa abbaa ufiititti haa heerumtuu.
9
Akka kanaan lafti ijoollee Israa'elii gosa tokko irraa gara gosa biraa hin lufne; gofti ijoollee Israa'elii maruu gara lafa ufii haa dhiyaatanii;
10
ijoolleen intalaa ta Tsaloofihaadii akkuma Rabbi Muusee ajaje godhan.
11
Ijoolleen Tsaloofihaadii Maahilahi, Tirsaa, Eglaa, Milkaa fi Nuu'aa ijoollee obboleewwan abboota isaaniitiin wol fuudhan.
12
Gosa ijoollee Minaase'ee ilma Yooseefiititti heeruman; lafti isaaniillee gosuma abbaa isaaniitii hafte.
13
Seerrinii fi ajjanyi Rabbi raasaa Moo'aabii Iyyaarikoo bira laga Yoordaanosii biratti ijoollee Israa'eliitii fi Muuse'etti kenne kanniin.
← Chapter 35
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36