bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Numbers 27
Numbers 27
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 26
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 28 →
1
Gosa Minaase'ee, ilmi Yooseefii, ilmi Minaase'ee, ilmi Maakirii, ilmi Gala'aadii, ilmi Oofeerii ijoolleen intalaa ta Salapha'aadiillee hin dhufan; maqaan ijoollee intallan kanniinii Maalilaa, Nu'aa, Eeghaa, Milka'aa fi Tirsa'a.
2
Isaan balbala daasee wol gayi'iititti Muusee, gadicha El'aazaarii fi bulchoota bani'ii maraa afoo dhaabatanii,
3
«Abbaan keenna lafa gammoojji'iititti cubbuu ufiitiin du'e malee Qoree woliin Rabbitti ka'an hin turre;
4
abbaan keenna yoma ilmallee hin qabnee gosa ufii jiddu'utti maaf maqaan isaa bada? Obboleewwan abbaa keennaa biratti ristii nuu kenni» jedhan.
5
Muuseenillee waan isaan jedhan kana Rabbitti dhiyeesse.
6
Rabbi Muuse'etti akkana jedhee dubbate.
7
«Ijoolleen Salapha'aadii dhugaa dubbattee obboleewwan abbaa isaanii biratti ristii gayee abbaa isaanii kenniif.
8
Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; namni tokko yoo du'e yoo ilma hin qabne, ristii isaa san mucattiin isaa haa dhaaltuu.
9
Yoo mucattii hin qabaannee obboleewwanii kennaa'a.
10
Yoo obboleewwan hin qabnee ristii san obboleewwan abbaa isaatii kennaa'a.
11
Obboleewwan abbaa isaa yoo hin jirree worra keessaa fira isatti dhiyaatuu kennaa'a; inni ristii isaa san haa dhaaluu; seerri kun akkuma Rabbi Muusee ajaje seeraa fi murtii ijoollee Israa'eliitiif haa ta'uu» jedheen.
12
Rabbi Muuse'een, «Gara gaara Abaarimii bayiitii lafa ani ijoollee Israa'eliitii kenne laali;
13
hennaa lafa san argite akkuma obboleessi kee Aaroon du'e atillee akkasuma hin duutan.
14
Isin lachuu waan lafa gammoojjii Siiniititti ajaja kiyya diddanii fi baniin maruu uduu burqaa mariiba'aa bira jiran hunna kiyya jabaa waan isaanitti mudhisuu diddaniif; kunillee burqaa bisaan mariba'aa ka lafa gammoojjii Siinii lafa Qaadeesii bira jiru» jedheen.
15
Muuseen Rabbiin akkana jedhe,
16
«Baniin Rabbii akka tika tissee hin qabnee akka hin taane nama isaan afoo deemu, nama isaan bobbaasu, nama isaan baasee galchu, nama tokko isaanii muudi»
18
Rabbi Muuse'een, «Nama Hafuura Rabbii uf keessaa qabu ilma Nawwe'ee Iyyaasuu fuudhiitii harka kee irra kaayi;
19
gadicha El'aazaarii fi banii maraa afoo dhaabsisi; uduma isaan argan isa ajaji.
20
Baniin ijoollee Israa'elii maruu akka isaa ajajamu ulfinna kee irraa qoodiif, baallii kee kenniif.
21
Innillee gadicha Aarooniin afoo haa dhaabatuu; gadichi Aaroonillee Rabbiin afo'otti murtii Uurimii haa gaafatuufii; inni isa woliin ijoolleen Israa'elii maruu waan inni jedheen maraa haa ajajamanii; jecha isaatiin baya'aa haa galanii» jedheen.
22
Muuseenillee akkuma Rabbi isa ajaje godhe. Iyyaasuu fuudhee El'aazaarii gadichaa fi banii maraa afoo dhaabsise,
23
Akkuma Rabbi Muuse'etti hime harka ufii irra kaayee isa ajaje.
← Chapter 26
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 28 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36