bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Proverbs 13
Proverbs 13
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 14 →
1
Ilmi ogeessi gorsa abbaa ufii hubanna'aan dhagaya; ilmi baldu garuu gorsa hin dhagayu.
2
Namoonni daraaraa afaan ufiitiin waan mishaa argatan; worri sobu garuu diddaa hawwan.
3
Namni arraba ufii eeggatu jireenna ufii eeggata. akkuma afaanitti dhufeen ka dubbatu garuu hin bada.
4
Namni amshaaggu jabeessee hawwa; womaa hin argatu; worri jabaatanii hojjatan garuu dheebuu bayan.
5
Balchaan soba jibba; namni hamaan garuu saalaa fi salphinna fida.
6
Balchummaan nama qajeelaa hin eeddi; hammeenni garuu cubbamaa hin gattiin.
7
Uduu womaa hin qabne nama dureessa fakkaatutu jira; ka biraa hiyyeessa fakkaata garuu dureessa.
8
Namaa qabeenni jireenna isaatiif furtuu ta'uu danda'a; hiyyeessi garuu sodaa hin qabu.
9
Ifti balchootaa guddisee ifa; ifti hammeeyyi'ii garuu hin dhaama.
10
Uf jajuun loluma callaa babadhisa; ogummaan garuu worra gorsa fudhatu biratti argamti.
11
Horiin gara male'een argame qadhata'aa dhumata; ka horii suutaan wolitti qabatuu garuu hin kuufamaaf.
12
Abdiin boruuf jedhamu garaa nama dhukkubsa; hawwiin guutte garuu muka jireennaati.
13
Ka gorsa salphisu badii ufitti fida; ka ajaja kabajju garuu gatii argata.
14
Barumsi ogeessaa burqaa jireennaati; nama akka siiboo du'aatiin hin qabamne taasifti.
15
Hubannaan mishaan gaachena namaa argamsiifti; karaan worra gantootaa garuu rakkiftu'u.
16
Namni ogeessi hujii ufii beekkumsaan raawwata; gowwaan garuu gowwummaa ufii ibsa.
17
Ergamaan hamaan rakkoo keessa seena; ergamaan amanamaan garuu fayyinna fida.
18
Ka gorsa tuffatu gara hiyyumma'aa fi gara salphinnaa deema; garuu ka sirreeffama fudhatu maruu hin kabajjama.
19
Hawwiin yoo raawwatamte lubbuu gammachiifti; gowwoonni garuu hammeenna irraa fagaachuu tuffatan.
20
Ka ogeessa woliin deemu ogeessa ta'a; ka hiriyyaa gowwootaa garuu miidha'atu irra gaya.
21
Hireen badduun cubbamaa faanaa deemti; durummaan garuu gatii balchootaati.
22
Namni mishaan ijoollee ijoollee ufiitii dhaala dhiisee lufa; qabeenni cubbamtootaa garuu balchootaa wolitti qabama.
23
Maasaan hiyyeeyyi'ii callaa irraa hafaa argamsiisa; dabdi haqaa garuu wolitti haxaayee fudhata.
24
Namni finna ufii harcumme'een adabuun garaa nyaatu finna ufii jibba; ka jaalatu garuu uf eegganna'aan adaba.
25
Balchaan haga quufutti nyaata; garaan hammeeyyi'ii garuu akkuma beelayetti jiraata.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31