bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Proverbs 5
Proverbs 5
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 6 →
1
Ilma kiyya! ogummaa tiyya qalbifadhu; dubbii kiyya ka hubanna'aa qalbi'iin caqasi.
2
Kun akka qalbii godhachuu horii kee godhattu; akka arrabni kee beekkumsa eeggatuuf.
3
Hidhiin dubartii seebartuu damma waan coccophsuuf arrabni isi'ii akkuma dhadha'aa nama hin quuqu.
4
Dhuma irratti garuu akka hargiisaatitti hadhoofti; akka guraadee gara lamaan qara qabuu taati.
5
Lutti isi'ii gara boollaa gad bu'an; tarkaanfiin isi'ii qajeeltoma gara asaabaa deeman.
6
Waan karaa jireennaa hajaa hin qabdu, karaan isi'ii daddaba'a; garuu isi'itti hin beessisu.
7
Eeganaa ijoollee tiyya na dhagayaa'a; dubbii ani isinitti himu irraa hin siiqinaa'a.
8
Karaa kee isii irraa fageessi; balbala isi'ii irrallee hin lufin.
9
Kunillee akka ati jabeenna kee ka biraatiif; umurii keellee worra garaa jabaataniif hin kennineef.
10
Akka ormi qabeenna keetitti hin bashannanneef, xaariin teellee akka mana nama biraa hin duroomsineef.
11
Foonii fi nafti kee hennaa si gane, dhuma umurii keetiititti hin woyatta.
12
Akkana jetta, «Maal! ani gorsa jibbe; maal! garaan kiyyallee sirraayuu tuffate.
13
Ani barumsa barsiisota tiyyaa hin dhageenne; worra na leenjisanillee hin caqafne.
14
Gumii maraa afo'otti; gara badii guutu'uu dhiyaadhe.»
15
Hulee kee ka bisaan itti kuufattuu bisaan kee ka boolla keessaa burqu dhugi.
16
Burqaawwan kee guutanii gara raasa'aa, laggiin kee gara bayima itti bayanii yaa'uu barbaachisaa?
17
Sima calla'aaf haa ta'anii; ormi sitti hin falmin.
18
Burqaan kee ka eebbaa haa ta'u; haadha manaa tee ta bara ijoollumma'aatitti gammadi.
19
Isiin bareedduu akka borofaa; michuu akka kuruphe'eeti; harmi isi'ii hennaa maraa dheebuu si haa baasanii; jaalalli isi'ii hennaa maraa si haa booji'u.
20
Ilma kiyya! maaf jaalala dubartii seebartuutiin machoofta? haadha manaa nama biraa maaf ammatta?
21
Karaan namaa Rabbiin afo'otti waan mudhataa ta'eef; Inni karaa irra deeman maraa hin qora.
22
Nama hamaa hujiin hamaan isaatuu isa qaba; haanni cubbuu isaatuu duudhatee isa qaba.
23
Sababaa dhidhinna gorsaatiif du'a; guddinna gowwummaa ufiitiin karaa irraa bada.
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 6 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31