bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Proverbs 17
Proverbs 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 18 →
1
Mana lolli jirutti affeerraa dhiyeessan irra; nagayaa fi tasgabbii keessatti buddeena goggogaa woyya.
2
Hojjataan ogeessi ilma salphataa irratti baallii qabaata; obboleewwan ufii ta dhaala qoodamtu woliin dhaala qoodama.
3
Wonti bassaniin meeti'iif; ibiddi worqi'iif; Rabbi garuu garaa namaa qora.
4
Namni hamaan dubbii hamaa caqasa; sobdichi dubbii afaan dhartichaa kolbatti dhagaya.
5
Worri hiyyeeyyi'itti baldan uumaa ufii tuffatan; ka rakkoo nama biraatitti gammadu adabbii jalaa hin bayu.
6
Ilmaan ilmaanii manguddootaa gulloo ulfinnaati; maatiinillee ijoollee ufiitii abdi'i.
7
Dubbiin mishaan gowwa'atti hin tolu; keessattuu ka bulchutti arrabni sobaan hagam hamaa ta'a!
8
Ka waa kennu'uuf deemu ka kennuuf sanii akka meeshaa tolchaa ka ziiri'iiti; hulee dhaqe marattuu waan milkaayu itti fakkaata.
9
Namni yakka dhossu jaalala gabbisa; ka dubbii irra deddeebi'u garuu jaalalloo gara'aa adda fooya.
10
Hennaa dhibba dhaanuun haga gowwa'atti dhagayamu caalaa; xixuun nama hubatu keessa seenee itti dhagayama.
11
Namni hamaan diddaa callaa barbaada; ergamaa garaa jabaatutu isatti ergama.
12
Nama gowwaa gowwummaa isaatiin wol gayuu irra, doobbaa ilmooleen isi'ii jalaa fudhatamteen wolitti bayuu woyya.
13
Namni bikka waan misha'aa waan hamaa deebisu; wonti hamtuun mana isaatii hin fagaatu.
14
Lola kaasuun akka bisaan cufame diigu'uuti; kanaafuu uduu lolli hin kaane dubbii irraa fagaadhu.
15
Yakkamaa qulqulluu taasisuu ta'ee'e qulqulluu yakkamaa taasisuun; lachuu Rabbiin afo'otti ceem'isiisa'a.
16
Ogummaa argachu'uuf waan fedha hin qabneef horiin gowwaa harka gale faayidaa maal qaba?
17
Jaalalloon hennaa maraa jaalalloma; obboleessillee guyyaa hammeennaatiif dhalata.
18
Namni hubannaan hanqatuuf waadaa galu'uun harka dhaya; jaalalloo ufiitiifillee wobii ta'a.
19
Namni lola jaalatu cubbuu jaalata; namni boonu badii ufitti fida.
20
Namni garaa micciiramaa qabu hin milkaayu; namni nama sobullee rakkoo irratti kufa;
21
Ilma gowwaa uumachuun gadda fida; abbaan gowwa'aa gammachuu hin qabu.
22
Garaan gammadu qorsa misha'a; yaanni cabaan garuu lafee gossa.
23
Namni hamaan haqa dabsu'uuf dhossa'aan gabbarsuu fudhata.
24
Namni hubatu ogummaa uf afo'oo hin dhabamsiisu; ijji gowwootaa garuu haga daangaa lafaa raantofti.
25
Ilmi gowwaan abbaa ufiititti gadda fida; ta isa deettettillee mararoo ta'a.
26
Nama qulqulluu adabuun waan ta'uu miti; worra muudaman qajeellummaa isaaniitiif isaan dhaanuun misha'aa miti.
27
Namni beekaan dubbii qusata; hubataa yaanni isaa itita'a.
28
Namni waa hin beenne yoo cadhise ogeessa; yoo afaan ufii adabellee hubataa fakkaata.
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31