bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Proverbs 9
Proverbs 9
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 8
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 10 →
1
Ogummaan mana ijaaratte; utubaawwan torbaa boccee dhaabatte.
2
Mirgoo qaltee daadhii woyini'iillee naxxee waan nyaataa qopheessite.
3
Garboota ufii ta intalaa ergite, qachaa keessatti hulee gooddaa irra dhaabattee waamte,
4
Isiin, «Worri hubannaa hin qabne maruu garana koottaa'a!» jette,
5
«Koottaa'a, dhiyana kiyya nyaadhaa'a; daadhii woyini'ii kiyya ka naqellee dhugaa'a!
6
Karaa keessan ka gowwumma'aa dhiisaa'a; jireennaan jiraattanii, karaa hubanna'aa irra deddeebi'aa'a.
7
Namni nama baldu gorsu arraba ufitti fida; namni nama hamaa xixu maruu hin salphata.
8
Nama baldu hin xixin si jibbaa; nama ogeessa gorsi si jaalataa.
9
Nama ogeessa barsiisi; caala'atti ogeessa ta'aa; nama qajeelaa barsiisi beekkumsa eda'ataa.
10
Rabbiin sodaachuun ogummaa jalqabaati; woyyicha beekuunillee hubanna'a.
11
Woggaan kee waan naan dheeratuuf; umuriin jireenna keetiillee sii eda'ama.
12
Yoo ogeessa taate bu'aa keetiif; yoo ka uf jajjuullee uf miita.
13
Dubartiin ogummaa hin qabne odeessitu'u; isiin ta adabaa fi beekkumsa hin qabne.
14
Isiin balbala mana ufii afoo shafaxamtee teetti; qachaa keessatti gooba irra teessuma irra teetti.
15
Worra karaa san lufan; worra karaa ufii qabatanii deeman waamti.
16
Isiin worra waa bikkuun jalaa hanqateen, «Isin worri hubannaa hin qabne maruu garana koottaa'a» jetti.
17
Bisaan hannaa hin mi'aaya; buddeenni dhossanii nyaatan namatti tola.
18
Isaan garuu worri du'an akka achi jiran; worri affeeraman gad fageenna xiillaa asaabaa keessa akka jiran hin beekan.
← Chapter 8
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 10 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31