bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Proverbs 18
Proverbs 18
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 17
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 19 →
1
Namni jaalalloo ta'uu hin barbaanne fedha ufii callaa hordofa; murtii qajeelaa maraa hin morma.
2
Gowwaan hubannaa irraa dheebuu hin bayu; garuu yaada ufii ibsachu'utti gammada.
3
Hammeenni yoo dhufu tuffiin duukaa deema; saalfachuu woliin salphinni dhufa.
4
Jechoonni afaan namaatii bayan akka bisaan gad fago'ooti; burqaan ogumma'aa akka bisaan fincaaya'aati.
5
Nama hama'aa dalamuun, qulqulluullee haqa dhooggachuun waan ta'uu miti.
6
Arrabni gowwa'aa lola itti fida; afaan isaallee dhaanamu'uun isa gaya.
7
Gowwaa arraba isaatitu isa balleessa; waan afaan isaa dubbateen qabama.
8
Dubbiin ka nama hamatuu akka midhaan mi'aayuuti; lufee keessa namaa gad seena.
9
Namni hujii ufiititti hajaa hin qabne, obboleessa ka waa balleessuuti.
10
Maqaan Rabbii akka gamoo jaba'aati; balchaan gara isaa fiigee itti daadayata.
11
Qabeenni dureeyyi'iif akka qachaa kushee itti ijaaraniiti; isaan akka gamoo dheeraa irra bayuu hin dandeenneetitti laalan.
12
Namni uduu hin kufneen dura uf keessa boona; kasummaan garuu ulfinna dursiti.
13
Uduu hin caqasiniin dura ka deebii deebisu gowwumma'aa fi salphinna isatti ta'a.
14
Nama hennaa dhibe'ee yaanni hin irkisa; yaada cabe garuu eentu baadhatuu danda'a?
15
Garaan nama hubata'aa beekkumsa bitata; gurri ogeessaallee jabaatee barbaada.
16
Waa kennuun ka waa kennuu karaa banti; namoota gugurdaa afoollee isa dhiyeessiti.
17
Ka dura dhufee hajaa ufii himatu; waan dhugaa qabu fakkaata; kun haga ka himatu dhufee qoratuuf calla'a.
18
Hixaa buusuun mormii qabbaneessa; jajjabaa wol himatanillee adda dhoogga.
19
Obboleessa gufatu deebisuun qachaa marsaa qabu caalaa namatti jabaata; lolli isaallee akka cufanaa gamoo jaba'aati.
20
Namni daraaraa afaan ufiitiin garaa guuttata; oomisha arraba ufiitiin dheebuu baya.
21
Arrabni hunna du'aa fi jireennaa qabdi; worri isii jaalatullee daraaraa isi'ii nyaatan.
22
Namni haadha manaa michuu argate eebba argate; Rabbiin biraallee gaachena argata.
23
Hiyyeessi shelachu'uun araara kadhata; dureessi garuu maal na godhani'iin deebisa.
24
Namni jaalalloo baay'isu badi'iif uf saaxila; garuu jaalalloon obboleessa caalullee hin jira.
← Chapter 17
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 19 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31