bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Proverbs 2
Proverbs 2
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 3 →
1
Ilma kiyya! yoo jecha kiyya fudhatte, yoo ajaja kiyya garaa kee keessa kaayatte,
2
gurra kee gara ogumma'aa yoo qajeelchite, qalbii kee gara hubanna'aa yoo deebifte,
3
akkasuma yoo ogummaa gar gar baafachu'uuf yoo worwaatte, laagaa kee ol qabattee yoo ogummaa waamte,
4
Akka meeti'iititti yoo isii barbaadde, akka qabeenna dhokata'aatitti jabeessitee yoo isii hawwite,
5
Hennaa san Rabbiin sodaachuu hubatta; Waaqa beekuulle hin argatta.
6
Rabbi waan ogummaa namaa kennuuf; afaan isaa beekkumsaa fi hubannaa dubbata.
7
Inni worra qajeela'aaf mootee kenna; worra mudaa malee jiraataniif wontee ta'a.
8
Akkaataa deemsa haqaa hin eega; jireenna worra amanama'aa hin jabeessa.
9
Hennaa san qajeellumma'aa fi haqa madaalu'uu fi karaa mishaa maraa hin hubatta.
10
Ogummaan garaa kee keessa waan seentuuf; beekkumsi lubbuu tee hin gammachiisa.
11
Dandeettiin gar gar baafachu'uu si golga; hubannaanillee si eega.
12
Ogummaan namoota dubbiin isaanii hamaa ta'e irraa, karaa hammeeyyi'ii irraallee si oolchiti.
13
Kunniin worra karaa dukkanaa deemu'uuf karaa qajeelaa dhiisan.
14
Worra waan hamaa hojjachu'utti gammadan, worra karaan hammeennaa itti tolu,
15
karaan isaanii daba'a; deemsi isaanii micciirama'a.
16
Dubartii seebartu irraallee si eeddi; ta afaaniin si sobdu, ta saala hin qabne jalaallee si oolchiti.
17
Dubartiin tun ta abbaa worraa ufii ka ijoollumma'aa dhiifte, ta waadaa Waaqa ufii afo'otti galte salphifte.
18
Manni is'ii gara du'aa fida; karaan isi'ii gara hafuura worra du'anii masakka.
19
Ka gara isi'ii seenu eennullee hin deebi'u; karaa jireennaallee hin argatu.
20
Ati karaa namoota mimmisha'aa deemta; karaa worra balcha'aallee qabattee deemta.
21
Worri qajeelaan lafa irra jiraatan; worri mudaa hin qabne isii irratti ijaaramanii jiraatan.
22
Hammeeyyiin garuu lafa irraa badan; worri amanamummaa dhidhu'uu isii irraa buqqa'an.
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 3 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31