bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Proverbs 19
Proverbs 19
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 20 →
1
Dureessa gowwaa dubbii micciiramaa dubbatu irra; hiyyeessa mudaa malee jiraatu woyya.
2
Beekkumsa uduu hin qabaatin hawwa callaa qabaachuun misha'aa miti; jarjaruun karaa nama dogoggorsa.
3
Namni gowwummaa ufiitiin jiruu ufii balleessa; garaa ufii keessatti garuu Rabbitti mararama.
4
Qabeenni jaalalloo heddu argamsiifti; hiyyeessa garuu jaalalloon isaatuu irraa siiqa.
5
Ragaan sobaa adabbii jalaa hin bayu; ka kijiba odeessullee adabamuu hin hafu.
6
Namoonni hedduu gaachena argachu'uuf bulchaa afo'otti biriifatan; nama kennaa namaa kennuu maruu jaalallo'o.
7
Hiyyeessi fira ufii ka foonii maraa birattuu jibbama'a; eeganaa jaalalloon isaa hagam isa dheessan! faanaa deema'aa yoo isaan shelatellee sirima isaan hin argatu.
8
Namni ogummaa horii ufii godhatu lubbuu ufii jaalata; ka hubannaa jaalatu hin milkaaya.
9
Ragaan sobaa adabbii jalaa hin bayu; ka kijiba odeessullee hin bada.
10
Gowwaan qanani'ee jiraachuun isaa hin ta'u; garbichi bulchaa abboota murti'ii yoo ta'e hagam mufachiisa!
11
Ogummaan obsaa nama taasifti; yakka tuffatee dhiisuun kabajjaa isaati.
12
Lolli mooti'ii akka leenca aaduuti; isa afo'otti gaachena argachuun akka fixeensa baala irraati.
13
Ilmi gowwaan abba'aa badi'i; haati manaa nyakkiftuun akka xoxa adda hin cinneeti.
14
Manaa fi qabeenna abboota irraa dhaalan; haati namaa ta qalbii qabdu garuu Rabbiin biraa argamti.
15
Amshaagguun hirriba guddaa namatti buusa; namni hujii hin jaalanne hin beelaya.
16
Namni ajaja kabajju jireenna ufii eega; namni karaa Rabbii tuffatu garuu hin du'a.
17
Namni hiyyeessaa waa kenne akka waan Rabbii liqeesseeti; waan mishaa inni godhe san Rabbi hin deebisaaf.
18
Ijoolleen waan deebi'uu danda'aniif, uduu ijoollumma'aan jiran isaan adabi.
19
Nama biibbayu akka gatii mufi'ii argatu dhiisi; yoo rakkoo isaa keessaa isa baasu'uuf badadde; hennaa biraallee inni akkasuma godha.
20
Gorsa dhagayi; qajeelcha fudhadhu; maayessa ogeessa taataa.
21
Garaa namaa keessa yaada heddutu jira; ka raawwatamu garuu yaada Rabbiiti.
22
Namni jaalala jabduu hawwa; kijibaa ta'uu irra hiyyeessa ta'uu woyya.
23
Rabbiin sodaachuun gara jireennaa nama geessa; namni akkanaa hashu jedhee hara baafata; rakkoonillee isa hin argatu.
24
Amshaaggaan harka ufii qorii keessa kaaya; garuma afaaniituu fiduu hin dadhaba.
25
Ka baldu dhaani; ka bilchinna hin qabnellee hubannaa barataa; nama hubatu xixi beekkumsa bitataa.
26
Ka abbaa ufii saamu, ka haadha ufiillee ari'u ilma saalaa fi salphinnaati.
27
Ilma kiyya! haga gorfamteen maayessa beekkumsa irraa hin gorin.
28
Namni soba ragu haqatti balda; afaan worra hammeeyyi'ii yakka liqimsa.
29
Nama balduu adabbiin; dudda gowwootaatii shabbeenni qophaayeera.
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 20 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31