bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 13
Deuteronomy 13
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 14 →
1
«Isin keessaa raanni yookaan namni eebjuu eebjotu ka'ee yoo malkataa fi maalalee huje;
2
akkuma inni jedhe baafninii fi maalaleen sun yoo raawwatame, namichi baasaa fi maalalee hojjate sun yoo deemnee waaqa tolfamaa biraa ka ati hin beenne duukaa deemnee waaqeffannaa siin jedhe,
3
Rabbi Waandhi keessan akka isin qalbii keessan guutu'uun isa jaalattan laalu'uuf waan isin qora'aaruuf jecha raatticha sanii yookaan nama eebjuu eebjotu san jalaa hin dhagayinaa'a.
4
Rabbii Waaqa keessan duukaa deemaa'a; isa sodaadhaa'a; ajaja isaa eegaa'a; jecha isaa dhagayaa'a; isa waaqeffadhaa'a; isaan wolii galaa'a.
5
Karaa Rabbiin Waandhi kee si ajaje irraa si balleessu'uuf, Rabbii Waaqa keessan ka garbummaa biyya Misiriitii isin baase irraa isin balleessu'uuf waan dubbateef raanni sun yookaan namni eebjuu eebjote sun haa ajjeefamuu; akkasuma waan badaa uf keessaa balleessi.
6
«Ilmi haatetii yookaan ilmi kee, yookaan mucattiin tee, haati manaa tee, goshoon kee, ka akka lubbuu keetiititti jaalattu dhossa'aan koottu daanga'aa haga daangaa lafaa deemnee waaqa tolfamaa dhiyoo jiranii fi fagoo jiran ka worri ormaa waaqeffatan, waaqa tolfamaa atii fi abboonni tee hin beenne waaqeffannaa jedhee yoo si sobe tole hin jedhin.
8
Isa hin dhagayin; garaa isaa hin laafin; isaa hin dhiisin; isa hin dhossin.
9
ajjeesiin malee; isa ajjeesu'uuf dura ati isa dhayi; achiin maayessa baniin maruu isa haa dhayuu;
10
namni sun Rabbiin Waaqa kee ka garbummaa biyya Misiriitii si baase irraa si fageessuu waan barbaadeef haga inni du'utti dhaga'aan isa dhayi;
11
worri Israa'elii maruu kana dhagayanii sodaatanii hujii badaa akkanaa kana deebi'anii isin keessatti hin hojjatan;
12
Rabbi Waandhi kee qachaa keessa jiraachu'uuf itti galtu keessaa takka yoo sii kenne namoonni hammeeyyiin si keessaa ka'anii «Deemnee waaqolee tolfamaa kaawwan ka ati hin beenne haa waaqeffannuu jedhanii namoota qachaa keessaa dogoggorsan;
14
Oduu jedhu yoo dhageette isaan soxxa, isaan qoratta, hin gaafatta, wonti kun yoo dhugaa ta'e, wonti badaan kun isin keessatti yoo dhugaa ta'ee argame
15
namoota qachaa sanii guraadee qara qabuun isaan fixxa; qachattii, horii isii keessa jiru maraa guraadee qara qabuun balleessita.
16
Meeshaa isi'ii maraa balbala qachattii saniititti wolitti qabdee Rabbii Waaqa keetiif ibiddaan gubda; baraa haga bara baraa qachaan sun ona taati; deebiteellee hin ijaaramtu;
17
ajaja ani adha si ajaju maraa yoo eedde, waan Rabbii Waaqa kee gammachiisu yoo hojjatte, jecha Rabbii Waaqa keetii yoo dhageette akka lollinii fi balaan Waaqaa si irraa deebi'u akkuma abboota teetiif waadaa gale akka sii araaramu akka garaa sii laafu akka si baay'essu wonti battiin harka keetitti hin argamin.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34