bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 18
Deuteronomy 18
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 17
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 19 →
1
«Gadoonni worra Leewwi'iitii fi gofti worra Leewwi'ii maruu worra Israa'elii biratti gaye'ee fi lafallee hin qabaatan; ciincaa ibiddaan Rabbii ciincawu ka worra Israa'elii nyaatan.
2
Obboleewwan ufii birattillee lafa hin qaban; akkuma Rabbi isaanitti hime gayeen lafa isaanii Rabbuma.
3
«Hennaa horiin gaafa qabu yookaan hoolaan ciincawu irree, boqoo lamaanii fi garaacha gadootaa kennitan.
4
Hangafa kennaa midhaanii, ka daadhii woyini'ii, ka sayiti'iitii fi rifeensa hoola'aa ka dura muramellee gadichaa kennitan.
5
Wonti isin kana gootaniif akka inni ijoollee ufii maraa woliin ka'ee baraa haga bara baraa Rabbii hojjatuuf; Rabbi Waandhi kee gosa maraa keessaa waan isa filateef.
6
«Namni Leewwi'ii tokko biyya Israa'elii qachaa kamiin keessaayyuu ka'ee hulee Rabbi itti waaqeffamu dhufuu yoo barbaade,
7
Waan worri Leewwotaa achitti hojjatan innillee hojjachu'uun Rabbiin haa tajaajiluu;
8
dhiyana gadoonni kuuwwanillee argatan innillee hin argata; waan maatii isaa irraa argamuunillee fayyadamuu hin danda'a.
9
Hennaa gara biyya Rabbi Waandhi kee sii kennuu galte waan battii worri ormaa sunniin hojjatan hin hojjatin.
10
Ka mucaa ufiitii fi mucatti ufii ciincessu'uuf dhiyeessu, mortuun, ka moora laalu, ka asmaa hojjatu, ka mita hojjatu,
11
ka ziirii hojjatu, ka ekeraa dubbisu, ka barjii laalu, ka hafuura hamaa waamu si keessatti hin argamin.
12
Namni waan akkanaa kana godhu maruu Rabbiin afo'otti jibbama'a; kanaafuu Rabbi waan battii isin afo'oo balleessa.
13
Ati garuu Rabbii Waaqa kee afo'otti amanamaa ta'i.»
14
Kanaan maayessa Muuseen akkana jedhe, «Ormi ati dhaaltu kunniin worra moora laalanii fi worra mortuu caqasan; ati garuu akka waan kana hin goone Rabbi Waandhi kee si dhooggeera.
15
«Rabbi Waandhi keessan gosa keessan jiddu'uu raagaa akka kiyyaa filee isinii kaasaa waan inni isiniin jedhe maraa caqasu'uun worra ajajamtan ta'aa'a;
16
guyyaa gaara Siina'aa irratti wolitti qabamtan hin duuna jettanii sodaattanii Rabbi deebi'ee akka isinitti hin dubbanneef waan mudhata ibidda sodaachisuu akka hin argineef gaafattanii turtan;
17
Rabbi akkana naan jedhe; wonti isaan dubbatan misha'a.
18
Obboleewwan isaanii keessaa raagaa akka keetii isaanii kenna; jecha kiyyallee afaan isaa keessa kaaya; jecha ani isa ajaje maraa isaanitti hima.
19
Namni dubbii maqaa kiyyaan isatti himame hin dhageenne ani haluu baasaaf.
20
Garuu namni waan ani isa hin ajanye maqaa kiyyaan uggaan dubbatu yookaan raanni maqaa waaqolee tolfamaa biraatiin dubbatu haa ajjeefamuu.
21
« ‹Dubbiin raagaa ka raanni tokko dubbatu ka Waaqa irraa hin kennamne ta'uu maali'iin adda baafnee beenna?› jettanii gaafachuu dandeettan.
22
Raanni sun maqaa Rabbiitiin raaga dubbatee uduu hin raawwatamne yoo hafe raanni raagame sun ka Rabbiin irraa kennamee miti; raagaan dubbate sun ufuma irraa waan dubbateef isa hin sodaatin.
← Chapter 17
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 19 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34