bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 19
Deuteronomy 19
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 20 →
1
«Hennaa biyya Rabbi Waandhi keessan isinii kennu irratti orma lafa san irra jiraatan balleessu qachootaa fi manniin isaanii dhaaltanii keessa jiraachuu jalqabdaniin maayessa,
2
Lafa Rabbi Waandhi kee sii kennu keessatti qachoota sadihii ufiif adda baafatta.
3
Karaa namni dhiigaa dheessee itti galu qopheessita; lafa Rabbi Waandhi kee si dhaalchisu hulee sadihitti addaan qoodda.
4
Seerri nama nama ajjeesee kana; uduu gadoo isaan hin ta'in tasa dunnuu goshoo ufii yoo ajjeese gara qachoota sanniinii dheessee haa jiraatuu;
5
namni goshoo ufii woliin muka muru'uuf gara bosonaa yoo deeme hennaa muka muru'uuf dhagaraa ol kaasee sibiilli qabata irraa bu'ee goshoo isaa akka malee dhayee yoo ajjeese namni dhiiga nama du'ee san baasu nama nama san ajjeesetti aaree akka isa hin ariineef yoo karaan jalaa fagaate akka isa hin ajjeefne, qachoota kanniin keessaa gara qachaa tokkoo dheessee keessa jiraata; armaan dura isa woliin gadoo waan hin qabneef du'uu isa hin barbaachisu.
7
Kanaaf qachoota sadihii adda baafadhu jedhee sitti hime.
8
«Akkuma Rabbi Waandhi kee abboota keetii kakate daangaa kee yoo sii badhise lafa abboota keetii kennu'uuf kakate san maraa yoo sii badhise lafa abboota keetii kennu'uuf kakate san maraa yoo sii kenne akka
9
Rabbii Waaqa kee jaalattu, akka karaa inni siin jedhe deemtu, jecha ani adha si ajaje kana maraa eeddee yoo raawwatte, lafa Rabbi Waandhi kee sii kennee dhaaltu keessatti dhiinni qulqulluun jigee ati nama guma'aa akka hin taane qachoota sadihii kanniin irratti qachoota biraa sadihi edaata.
11
«Namni tokko garuu yoo goshoo ufii jibbe, haluu itti bawu'uuf riphee haga inni du'utti yoo isa dhayee qachoota kanniin keessa gara qachaa takkaa dheesse,
12
jaarsota gara qachaa sanii erganii qachaa inni itti dhokate san keessaa isa baasanii akka inni du'u nama fira namicha du'eetitti dabarsanii isa kennan,
13
uduu garaa isaa hin laafin waa maraanuu akka wonti mishaan isinii ta'u nama dhiigaa san Israa'eliin keessaa baasaa'a.
14
«lafa Rabbi Waandhi kee akka ati dhaaltuuf sii kenne lafa itti galtee dhaaltu san daangaa goshoo keetii ka namoonni duraa dhaaban hin buqqisin.
15
«Yakka nama tokkoo mirkaneessu'uuf ragaan nama tokkoo hin gawu; namni tokko yakkamaa ta'uun isaa ka beekkamu yoo diqqaate ragaa nama lamaa yookaan ragaa nama sadihiitiin mirkanaaya.
16
Namni tokko nama biraa dharaan himatee isa miidhuu yoo barbaade;
17
gadoota bara san waa murteessan bira dhaqanii hulee Rabbiin itti waaqeffatanitti murtii ufii haa fudhatanii.
18
Gadoonni waa murteessan sunniinillee gad qabanii qoratan; ragaan inni obboleessa ufii irratti ragu sun yoo dhara ta'e,
19
wonti obboleessa ufii irratti godhu'uuf yaade sun nama dhara rage sanitti deebi'a; akka kanaan waan badaa uf keessaa baaftan.
20
Namoonni hafanillee kana dhagayanii sodaatan; wonti badaan akkanaa kun lamuu isin keessatti hin argamu;
21
garaa isaanii hin laafin; lubbuu lubbu'uun, waan ijaa ijaan, waan ilkaanii ilkaaniin, waan harkaa harkaan, wonti lukaa lukumaan deebi'a.
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 20 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34