bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 15
Deuteronomy 15
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 14
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 16 →
1
«Dhuma woggaa torbeesso'ootitti namootaa maraafuu liqaa dhiiftan;
2
Seerri dhiifamsaa kana; ka liqeesse maruu waan goshoo ufiititti liqeesse hin dhiisaaf; Rabbi waan araara labseef waan liqeesse san goshoo ufii yookaan obboleessa ufii irra hin soqin.
3
Waan keessumma'atti liqeessite soqachuu hin dandeetta; waan obboleessa kee irra jiru maraa hin dhiiftaaf.
4
«Lafa Rabbi Waandhi kee akka dhaaltuuf sii kenne irratti dhugamaan si eebbisa; ati yoo jecha Rabbii Waaqa keetii dhageette, jecha ani adha si ajaju kana maraa yoo eedde isin jidduu hiyyeessi hin jiraatu;
6
akkuma Rabbi Waandhi kee abdii sii kenne inni si eebbisa; banii maraa liqeessita; ati garuu hin liqeeffattu; orma heddu bulchita; si garuu hin bulchan.
7
«Biyya Rabbi Waandhi kee sii kenne keessa worra jiraatan keessaa, obboleewwan tee keessaa, tokko yoo hiyyoome inni worra kee waan ta'eef isa gargaaru'uuf lash hin jedhin.
8
Isa gargaaru'uuf harka keessan badhisa'aatii waan inni barbaadu liqeessa'aafii'i.
9
Woggaan torbeesso'oo ka liqaa itti namaa dhiisan dhiyaateera jettee yaada hamaa hin yaadin; nama obboleessa kee hiyyeessaaf womaa hin kennine hin ta'in; ija bada'aan isa hin laalin; inni waan keetiif gara Rabbii akka hin boonne cubbuu akka sitti hin taane uf eegi.
10
San caalaa garaa hanqoo malee waan isa barbaachisu maraa arjumma'aan kenniif; yoo kana goote Rabbi Waandhi kee waan kee maraa sii eebbisa.
11
Yoomillee hiyyeessinii fi rakkataan lafa irraa waan hin dhabamneef rakkattootaa fi hiyyeeyyii biyya kee keessa jiranii fi ollaa keetiif akka harka kee hiixattu si ajaja.
12
«Ati obboleessa kee nama Ibrootaa yookaan dubartii Ibrootaa akka sii hojjataniif galfatte isaan haga woggaa jahaa sii haa hojjatanii; woggaa torbeesso'ootitti bilisa isaan baasi;
13
yoo isaan uf biraa bilisa baaftu
14
harka qullaa isaan hin geegessin; horii kee keessaa, oobdii kee keessaa, cuunfaa woyini'ii kee keessaa isaanii kenni; haguma Rabbi Waandhi kee si eebbisetti isaa kennita.
15
Atillee biyya Misiriititti garbicha akka turte; akka Rabbi Waandhi kee si oolche yaadadhu; kanaaf ani adha waan kana si ajaja.
16
«Inni garuu si'ii fi maatii kee waan jaalateef si biratti wonti mishaan waan isaa ta'eef ani si biraa bawuu hin barbaadu yoo jedhe,
17
ati mutaa fudhattee balbala mana keetii afo'otti gurra isaa woraanta; innillee baraa haga bara baraa garbicha sii ta'a; garbittii teellee akkasuma goota.
18
Hennaa isaan uf biraa geegessitu hin gaabbin; waan isaan woggaa jahaa guutuu sii hojjataniiraniif gayee isaanii kenniifii isaan geegessi; Rabbi Waandhi kee hujii hojjattu maraa sii eebbisaa.
19
«Waan hoolaanii fi saani kee dhalu kormaa Rabbii Waaqa keetii woyyoomsita; sangaa dura dhalateen womaa hin hojjatin; ka hoolaan goromummaa dhaltee Rabbii kennite rifeensa isaa hin haadin;
20
hulee Rabbi Waandhi kee filatetti atii fi maatiin kee wogga wogga'aan Rabbii Waaqa kee afo'otti nyaadhaa'a;
21
horiin sunniin ka mudaa qabu yookaan ka hokkolu yookaan ballaa, yookaan mudaa yoo qabaate Rabbii Waaqa keetii hin ciincessin;
22
horii akkanaa kanniin manuma keessanitti nyaattan; namni qulqulluunii fi ka qulqulluu hin taanellee'e akkuma gadamsinii fi kurupheen nyaattamanitti horii kanniin nyaattan.
23
Garuu dhiiga isaanii lafatti jissi malee hin nyaatin.
← Chapter 14
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 16 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34