bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 26
Deuteronomy 26
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 27 →
1
«Lafa Rabbi Waandhi kee sii kennutti yoo galte;
2
Lafa san irraa sanyii argattu maraa irraa kennaa kee ka duraa fuudhii keeshe'etti buusii gara hulee Rabbi Waandhi kee filatee fidi;
3
gara gadicha bara san jiruu dhaxxee, ‹Lafa Rabbi abboota keennaa kakatetti adha akka galle Rabbii Waaqa kee afo'otti adha sii mirkaneessa› jedhiin.
4
«Gadichillee keeshee kee si harkaa fuudhee hulee ciinca'aa Rabbii Waaqa kee afoo haa fiduu;
5
Achiin maayessa Rabbii Waaqa kee afo'otti ‹Abbaan kiyya nama Sooriya'aa ka olii gad raantaye inni nama hagoo qabatee gara biyya Misirii dhaqee achi jiraatee banii guddaa ta'e.
6
Worri biyya Misirii garuu nu rakkisanii hujii ulfaataa nutti fe'an.
7
Nullee gara Rabbii Waaqa abboota keennaa iyyanne; Rabbillee nuu dhagayee rakkoo keenna, dadhabbii keennaa fi miidhamuu keennallee argee
8
irree ufii jabaa guddaa sodaachisa'aan baasaa fi maalale'een biyya Misirii keessaa nu baasee
9
lafa tana ta aannanii fi damma baaftu nuu kenne.
10
Ammallee kunoo yabo'oo daraaraa lafa ati naa kennite keessaa ka duraa sii dhiyeesseera; atillee Rabbii Waaqa kee afoo fidii kaayiitii Rabbii Waaqa keetii sagadi.
11
Worri Leewwi'ii ka si woliin jiraatanii fi galaan si jidduu jiraatu arjummaa Rabbi Waandhi kee si'ii fi maatii keetii kenneen isaan woliin gammada'aa galatoonfadhaa'a.
12
«Woggaa sadeesso'oo ka kurneessoo kee itti baaftutti sanyii kee ka duraa maraa hennaa baaftee raawwatte worra Leewwi'ii, galaa si woliin jiraatu, worra hiyyeessaatii fi haadha hiyyeessaa maruu akka nyaatanii quufan isaanii kenni.
13
Ati Rabbii Waaqa kee afo'otti ‹waan woyyoome mana kiyyaa fuudhee akkuma ati na ajajjetti Leewwi'ii, nama namatti galee jiraatuu, hiyyeessaa fi haadha hiyyeessaatiifillee maraa kenneera; ani ajaja kee hin diinne; hin irraafannelle'e.
14
Hennaa gaddaallee ani isa irraa womaa hin nyaanne; battummaa kiyya irraa qulqullaayu'uuf isa irraa womaa hin baafne; ani dubbii Rabbii Waaqa kiyyaa waan dhagaye maraa godheera.
15
Samii hulee teessoo teetii woyyuu irraa gad laalii banii kana tooyadhu; lafa abboota teennaa kakatte ta aannanii fi damma baaftu banii Israa'eliitiif eebbisi.›
16
Rabbi Waandhi kee seeraa fi murtii kana akka eeddee raawwaatuuf si ajajeera; atillee onnee kee guutu'uu fi qalbii kee guutu'uun eegii raawwadhu.
17
Ati akka karaa isaa deemtu seera, ajajaa fi murtii isaa akka eeddu jecha isaallee akka dhageettu Rabbi Waandhi kee akka Waaqa ta'e adha mirkaneessiteerta.
18
Kanaaf akka abdii Rabbi sii kenneetitti ati banii isaatii fi qabeenna isaa akka taatu, ajaja isaa maraa akka eeddu; banii isaa akka taatu, jecha isaallee akka dhageettu Rabbi Waandhi kee Waaqa akka ta'e si beessiseera; yoo ati kana goote banii ufii uume maraa keessaa,
19
galata, maqa'aa fi ulfinna maraanuu akka ol si qabu akkuma ufii dubbate ati Rabbii Waaqa keetiif banii woyyuu akka taatu adha sitti himeera.»
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 27 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34