bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 17
Deuteronomy 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 18 →
1
«Sangaa yookaan hoolaan mudaa qabu yookaan ka wonti hamaan irra jiru Rabbii Waaqa kee afo'otti ka jibbame waan ta'eef Rabbii Waaqa keetiif hin ciincessin.
2
«Biyya Rabbi Waandhi kee sii kenne keessatti dhiira yoo ta'e dubartii namni Rabbiin afo'otti Waadaa diigee Rabbiin afo'otti yoo waan badaa hojjate,
3
ka deemee waaqa tolfamaa biraa waaqeffate, ka waan ani isaan hin ajanye aduu, addeessaa fi duula Sami'ii maraa sagadee yoo argame waan kana dhufanii sitti himanii yoo dhageette,
4
waan san qoradhuutii dhugaa yoo ta'e Israa'eliin keessatti battummaan hojjatame kun dhugaa ta'ee yoo argame,
5
namoota waan hamaa hojjatan kanniin dhiira yookaan dubartii gara balbala keetii fiddee dhaga'aan dhooftee isaan ajjeefta.
6
Nama namni lamaa yookaan namni sadihii itti rageesse ka murtiin du'aa itti murtaaye haa ajjeefamuu; ragaa nama tokkootiin akka hin duune.
7
Isa ajjeesu'uuf dura namoonni isatti rage sunniin, maayessa garuu baniin maruu isa haa dhawuu; akkaataa kanaan waan badaa maraa uf keessaa balleessi.
8
Yoo waan dhiigaatii fi waan dhiigaa, waan murti'ii waan mada'aa biyya kee keessatti namoonni irratti waan wol mormaniif murtiin ati murteessitee hin dandeenne yoo ati kaatee hulee Rabbi Waandhi kee filate dhaxxee,
9
worra gadoota, Leewwotaatii fi abboota murti'ii ka bara san filaman bira dhaxxee gaafatta; isaanillee waan murtii sanii sitti himan.
10
Atillee murtii isaan sitti himan san hulee Rabbi Waandhi kee filatetti raawwatta; akkuma isaan si barsiisanitti eegii raawwadhu.
11
Atillee seera isaan si barsiisanii fi murtii isaan sitti himan irraa bita'aa fi mirga hin gorin.
12
Namni kamuu yoo uf jaje achitti gadootaa fi abboota murti'ii ka Rabbiin tajaajilu'uuf dhaabatan jalaa dhagawuu yoo dide namni sun haa ajjeefamuu; worra Israa'elii keessaa waan hamaa balleessi.
13
Akkaataa kanaan baniin maruu dhagayee sodaata; achiin maayessa namni kamuu uf hin jaju.
14
«Hennaa biyya Rabbi Waandhi kee sii kennetti galtee dhaalteen maayessa; hennaa isii keessa jiraattu akkuma orma naannoo kiyya jiruu mootii uf irratti moosisuu yoo barbaadde,
15
nama Rabbi Waandhi kee filate uf irratti moosifta; nama obboleewwan kee keessaa uf irratti moosifta; nama obboleessa kee hin taane gosa biraa keessaa uf irratti hin moosisin.
16
Mootiin sunillee duula ufiitii fi nama faradoo baay'ee qabu hin ta'in; faradoollee bitu'uuf nama nama gara biyya Misirii ergu hin ta'in; Rabbi banii ufii akka achi hin deebine waan ajajeeruuf.
17
Mootichi Rabbiin woliin ta'uu irraa waan isa deebisuuf nama haadha manaa baay'ee qabu hin ta'in; worqi'ii fi birrii hin baay'eeffatin.
18
Hennaa mootii ta'ee teessoo irra taa'e seera kana gadoota, Leewwota irraa fuudhee kitaaba ufii keessatti haa katabuu;
19
Rabbii Waaqa ufii sodaachuu akka baratu, dubbii seeraa kanallee eegee akka raawwatu, onneen isaa obboleewwan ufii irratti akka uf hin janye ajaja irraallee bita'aa fi mirga akka hin jenne inninii fi ijoolleen isaallee bara baay'ee Israa'eliin irratti akka mooyan kitaabni kun isaan woliin jiraatee bara umurii ufii maraa haa dubbisuu.
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34