bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 27
Deuteronomy 27
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 26
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 28 →
1
Kanaan maayessa Muuse'ee fi jaarsonni Israa'elii akkana jedhanii banii ajajan, «Ajaja nu adha isin ajanye maraa eegaa'a;
2
hennaa gara lafa Rabbi Waandhi kee sii kennutti galu'uuf Yoordaanosiin ceete dhagaa gugurdaa dhaabii nooraa dibi;
3
akkuma abdii Rabbi Waandhi kee sii kenneetitti gara lafa Rabbi Waandhi kee sii kennu galu'uuf Yoordaanosiin ceete; dubbii seeraa kanniin dhagaa gugurdaa irratti katabi.
4
Hennaa laga Yoordaanosii ceete akkuma ani adha si ajaje dhagaa kanniin gaara Geebaalii irratti dhaabiitii nooraa dibi;
5
hulee sanitti Rabbii Waaqa keetiif hulee ciinca'aa hojjadhu; huleen ciinca'aa kunillee dhagaa sibiilli hin tundhe haa ta'uu;
6
dhagaa hin bocamne irraa Rabbii Waaqa keetii hulee ciinca'aa hojjadhuu achi irratti ciincaa ciincawu Rabbii Waaqa keetii dhiyeessi.
7
Ciincaa araaraa keellee ciincessii achitti nyaadhuu Rabbii Waaqa kee afo'otti gammadi.
8
Dubbii seeraa kanniin maraa dhagaa kanniin irratti katabi»
9
Muuseenii fi gadoonni worra Leewwotaa banii Israa'elii maraan «Israa'el cadhisa'aa caqasaa'a; adha banii Rabbii Waaqa keetii taateerta;
10
kanaafuu ati adha dubbii Rabbii Waaqa keetiitii ajajami; ajajaa fi seera ani adha si ajaju maraa godhi» jedhan.
11
Guyyaa san Muuseen banii Israa'eliitiin akkana jedhe,
12
«Hennaa laga Yoordaanosii ceetan akka isaan banii eebbisan gofti Simoonii, ka Leewwi'ii, ka Yihuuda'aa, ka Yisaakoorii, ka Yooseefiitii fi ka Biiniyaam gaara Gaariizaanii irra haa dhaabatanii.
13
Gofti abaartu garuu Roobeel, Gaad, Aseer, Zaabiloon, Daanii fi Niftaaleem gaara Geebaalii irra haa dhaabatanii.
14
Worri Leewwotaa laagaa ufii ol fudhatanii ijoollee Israa'elii marattuu akkana jedhanii dubbatan.
15
« ‹Namni muka bocee, dhagaa qirqidee, sibiila bassee waaqa tolfamaa tolchee itti sagadu maruu ka abaarame haa ta'u; Rabbi waaqeffannaa waaqa tolfama'aa waan jibbuuf; kanaafuu baniin maruu deebisanii ‹Amiin!› jedhan.
16
« ‹Namni abba'aa fi haadha ufii diqqeessu ka abaarame haa ta'uu! «Baniin maruu ‹Amiin!› » jedhan.
17
« ‹Namni malkata daangaa ollaa ufii dhiibu ka abaarame haa ta'uu! «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
18
« ‹Namni nama jaamaa karaa irraa dabsu ka abaarame haa ta'uu! «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
19
« ‹Namni nama namatti gale, hiyyeessaa fi haadha hiyyeessaa jalaa murtii dabsu ka abaarame haa ta'uu!› «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
20
« ‹Namni haadha manaa abbaa ufiititti oole waan abbaa ufii fafeesseef ka abaarame haa ta'uu!› «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
21
« ‹Namni horii kamittuu oole ka abaarame haa ta'uu!› «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
22
« ‹Namni obboleettii abbaa ufii, ta haadha ufiitii fi obboleettii ufiititti oole ka abaarame haa ta'uu!› «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
23
« ‹Namni soddaatii ufiititti oole ka abaarame haa ta'uu!› «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
24
« ‹Namni dhokatee dhayee nama ajjeesu ka abaarame haa ta'uu!› «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
25
«‹Namni nama qulqulluu ajjeesu'uuf gatii fudhatu ka abaarame haa ta'uu!› «Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
26
« ‹Namni seeraa fi ajaja kanniiniillee hin ajajamne maruu ka abaarame haa ta'uu!› ‹Baniin maruu ‹Amiin!› jedhan.
← Chapter 26
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 28 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34