bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 14
Deuteronomy 14
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 13
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 15 →
1
«Isin ijoollee Rabbii Waaqa keessaniiti; ati banii woyyuu Rabbii Waaqa keetii waan taateef orma lafa irra jiraatu maraa irra banii isaa akka taatuuf Rabbi waan si filateef nama du'eef nafa keessan hin butatinaa'a; mataa keessanillee hin haadatinaa'a.
3
«Waan battaaye maraa hin nyaatin;
4
horiin isin nyaattan Sangaa'a, Hoolaa, Re'ee, Borofa, Kuruphee, Siinqillee,
5
Gadamsa, Qorkee, Hiddi'ii fi Saalaa fa'a.
6
Horii keessaa wonti nyaattan ka kottee baqaqa'aa ka alala dhawu maraa hin nyaattan.
7
Garuu worra alala dhayan yookaan ka kotteen isaanii baqaqa'aa wonti isin hin nyaanne kanniin; Gaala, Hilleettii, Osolee hin nyaattan alala hin dhayan; garuu kotteen isaanii baqaqaa waan hin taaneef kunniin isiniif batti'i;
8
Booyyee kotteen isaa baqaqa qabaatullee waan alala hin dhoofneef isin biratti batti'i; foon isaa hin nyaatinaa'a; reeffa isaaniillee hin tuqinaa'a.
9
«Wonti laga keessa jiraatu ka isin nyaattan waan koolaa fi qola qabu nyaadhaa'a.
10
Waan koolaa fi qola hin qabne hin nyaatinaa'a; battii waan ta'aniif.
11
«Allaattii maraa keessaa allaattii qulqulluu nyaadhaa'a.
12
Wonti isin hin nyaanne kanniin;
13
bajja, urunguu, abbaa mokkee, risaa, ebeeroo akka gosa isaaniitiin,
14
harraagessa maraa akka gosa isaaniitiin, guchii, allaattii caffaa biratti dhoqqee keessaa raammoo nyaatu, daakkiyyee,
16
haranqeessaa akka gosa isaaniitiin urunguu, huummoo,
17
daakkiyyee, rumicha, laakkama, qottolloo, cuungulullee, shaalloo akka gosa isaaniitiin;
18
guutulee, raaree fa'a.
19
«Allaattii Samii irra bararu maraa battii waan ta'aniif hin nyaatinaa'a.
20
Allaattii qulqulluu ta'an maraa nyaadhaa'a.
21
Ati banii Rabbii Waaqa keetiif woyyoome waan taateef waan battaaye maraa hin nyaatin; nama sitti galee biyya kee keessa jiraatuu kennita; yookaan keessummaa keetitti gurguratta; foon ilmoo re'e'ee aannan haadha isaatiin hin affeelin.
22
«Qonna kee keessaa sanyii wogga wogga'aan argattu maraa keessaa kurneessoo baafta;
23
hennaa maraa Rabbii Waaqa kee sodaachuu akka barattu hulee inni maqaa ufii waamsisu'uuf filatetti kurneessoo midhaanii, kurneessoo daadhii woyini'iitii fi ka sayitii ejersaa, hangafa sa'aatii fi ka hoolaa keetii Rabbii Waaqa kee afo'otti nyaadhu.
24
Hennaa Rabbi Waandhi kee si eebbise karaanillee yoo fagoo ta'e huleen Rabbi Waandhi kee maqaa ufii itti waamsisu'uuf filate sun yoo si irraa fagaatellee kana baadhattee achi fiduu yoo dadhabde hin gurgurta;
25
horii itti gurgurte san guduunfitee harkatti qabattee gara hulee Rabbi Waandhi kee filatee san dhaxxa.
26
Achitti horii sanniin waan ufii feete sangaa yookaan hoolaa'a, daadhii woyini'iitii fi dhuddoo jabaa'a, waan qalbiin tee feete maraa bittee Rabbii Waaqa kee afo'otti nyaatta; atii fi maatiin keellee hin gammaddan.
27
«Worra Leewwotaa ka gaye'ee fi lafa biyya keetitti hin qabnetti lash hin jedhin.
28
Woggaa sadeesso'oo dhumatti midhaan qonna keessanii maraa irraayyuu kurneessoo baasa'aatii qachoota keessan marattuu wolitti kuusaa'a;
29
worri Leewwotaa si biratti gaye'ee fi lafa waan hin qabneef worri hiyyeeyyiin sitti galee biyya kee keessa jiraatu haati hiyyeessaallee dhufanii nyaatanii haa quufanii; wonti kana gootuuf Rabbi Waandhi kee hujii harka keetii maraa sii haa eebbisu'uuf.
← Chapter 13
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 15 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34