bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 8
Deuteronomy 8
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 9 →
1
«Akka lubbu'uun jiraattan, akka baay'attan, lafa Rabbi abboota teessanii kakate sanitti galtanii akka dhaaltan, seera ani adha isin ajaju maraa eega'aa amanamumma'aan raawwadhaa'a.
2
Akka Rabbi Waandhi kee si qoru ajaja isaa ka onnee kee keessa jiru eegu'uuf eeguu dhabuu kee akka beeku lafa gammoojji'ii keessa haga woggaa afurtamaa rakkinna keessa akka si masakka'aa akka si dabarse yaadadhu.
3
Namni jecha afaan Rabbiitii bawu maraan lubbu'uun jiraata malee buddeena calla'aan akka hin jiraanne si barsiisu'uuf si rakkise; si beelesse; mannaa abbootiin tee hin beenne ka atillee hin beenne si nyaachise.
4
Woggaa afurtamaa kanniin keessatti uffanni ati uffatte hin moofne; lutti keellee hin iitofne.
5
Akkuma namni ilma ufii gorsu Rabbi Waandhi kee akka si gorsu beeki.
6
Karaa isaa deema'aa isa sodaata'aa ajaja Rabbii Waaqa keetii eegi.
7
Rabbi Waandhi kee gara lafa michu'uu gara lafa gaaraa fi dhooqa burqaa bisaanii burqisiisanii
8
lafa qamadi'ii, lafa garbu'uu, muka hurbuu baaftu, muka roomaanii ka akka burtukaani'ii daraartu, ta ejersinii fi dammi keessa jiru,
9
lafa buddeena quuftee itti nyaattu; lafa womaa irraa hin dhabne ta dhagaan isi'ii akka sibiilaa, gaara isi'ii keessaa ta sibiila diimaa baasanitti si galcha.
10
hin nyaata; hin quuftalle'e waan Rabbi biyya michuu sii kenneef Rabbii Waaqa kee eebbifta.
11
«Seera, ajajaa fi murtii ani adha si ajaju eeguu dhabu'uun Rabbii Waaqa kee akka hin irraanfanne uf eegi.
12
Haga nyaattee quufteen maayessa, haga mana mishaa ijaarattee itti galteen maayessa,
13
tinni sa'aatii fi tinni hoola'aa haga sii horeen maayessa birri'ii fi worqiin wonti ati qabdu haga sii baay'ateen maayessa qalbii keetiin akka hin boonne,
14
Rabbii Waaqa kee ka garbummaa biyya Misirii keessaa si baase; Waaqa bofaa fi buutii,
15
bakka dheebisaa ka bisaan hin jirre, lafa gammoojjii nama sodaachisu keessatti hunna ufii gudda'aan si masakke dhagaa qarsa'aa keessaa ka bisaan sii baase,
16
bara dhumaatitti waan mishaa sii godhu'uuf si qoree si salphisu'uuf mannaa abbootiin tee hin beenne ka lafa gammoojji'iititti si nyaachise ati Rabbii Waaqa kee hin irraanfatin.
17
Onnee keetiinillee, ‹Hunna kiyyaa fi jabeenna harka kiyyaatitu qabeenna kana maraa naa fide› akka hin jenne.
18
Garuu akkuma adha ta'e kana waadaa abboota keetiif kakate jabeessu'uuf akka ati qabeenna wolitti qabattu hunna sii kenneeraa Rabbii Waaqa kee qaabadhu.
19
Rabbii Waaqa kee irranfattee waaqa tolfamaa biraa yoo hordofte, yoo isaan waaqeffattee isaanii sagadde sirima akka baddan ani adhuma isinitti hima.
20
Isin jecha Rabbii Waaqa keessanii waan hin dhageenneef akkuma Rabbi orma afoo keessanii balleesse sanitti isinillee akkasuma balleessa.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34