bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 34
Deuteronomy 34
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 33
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
1
Muuseen raasaa Moo'aabiitii ka'ee gara gaara Naaba'aa baye; Iyyaariko'oo gara baya biiftu'uutiin qaccee gaara Phiisga'aa gaye; achii Rabbi lafa maraa akka gamatti laalu godhe; kunillee daangaa Gala'aadiitii kaasee haga qachaa Daanii ka gara kaabaatiin jiruu,
2
Daangaa Niftaalemiillee guutuu, daangaa Efreemiitii fi daangaa Minaase'ee, karaa dhiyaatiin haga qaccee galaana Meditiraaniyaanii, haga daangaa Yihuuda'aati.
3
Neegeebii fi raasaa isi'ii, dhooqa Iyyaariko'oo, Iyyaarikoo qachattii Zambaabaa jedhamtuu haga Tso'aarii itti mudhise.
4
Rabbi Muuse'een akkana jedhe, «Lafti fiixaa isaanii dhaalchisu'uuf Abrahaam, Yisaaqii fi Yaaqoobiin kaku'uun abdachiisee waadaa gale tana; kunoo isii akka ijaan argitu si taasiseera; garuu ati achi hin ceetu.»
5
Kanaafuu Rabbi tajaajilaa Rabbii Muusee akkuma biyya Moo'aabii uduu jiru itti dubbatetti achitti du'e.
6
Rabbi dhooqa qachattii Beeta feegooriin afo'otti argamtu Moo'aabitti awwaaleen; garuu haga adhaa hulee inni itti awwaalame ka adda baasee kolbatti beeku hin jiru.
7
Muuseen hennaa du'u umuriin isaa woggaa dhibbaa fi diddama ture; garuu nama jabaa ijji isaa hin dimimmifnee fi hunni isaa hin dadhabne ture.
8
Baniin Israa'elii raasaa Moo'aabiititti Muuse'ee haga guyyaa soddomaa booyee gadde.
9
Iyyaasuun bakka Muuse'ee bu'ee inni waan harka ufii irra kaayee muudeenii tureef ilmi Nawwe'ee Iyyaasuun ka hafuura ogumma'aatiin guuttame ta'e; baniin Israa'elii Iyyaasu'uu hin ajajaman; ajaja Rabbi Muusee irraan isaanii kenne hin eegan.
10
Raagaan akka Muuse'ee ka Rabbi addaataa woliin qaaqe sirima Israa'eliin keessatti achii as hin argamne.
11
Raagaan Rabbi gara mootii biyya Misirii, gara bulchootaa, akkasuma guutuu biyyaa maraa irratti ergee hujii baasaatii fi ka maalale'ee akka raawwatan taasisee fi mudhise ka biraa sirimaa hin jiru.
12
Worra Israa'elii maraa afo'otti ka waan akkanaa gudda'aa fi ka sodaachisu godhe, raagaan biraa ka akka Muuse'ee sirima hin jiru.
← Chapter 33
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34