bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Deuteronomy 25
Deuteronomy 25
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 24
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 26 →
1
«Namni lamaa wol lolee falmi'iif gara mama murti'ii yoo dhufan abboonni murti'ii miidhamaa bilisa; ka miidhe garuu yakkamaa jedhanii haa murteessanii;
2
namni yakka uume sun tuma'aan akka adabamu gara'aan lafa irra ciibsanii dudda isaa akka tuman abbaan murti'ii haa ajaju; laakkobsi tuma'aa ka murtaayu haga yakka hojjateetiin;
3
harka afurtamaa haa tumamuu; afurtama hin caalin achii ol yoo tumame obboleessi kee afoo keetitti waan salphatuuf.
4
«Sangaa midhaan ayiidu afaan hin hidhin.
5
«Obboleewwan woliin jiraatan tokkochi uduu hin uumanne yoo du'e, haati manaa namicha du'ee sun ka biraatitti heerumu'uuf diida hin bayin; obboleessi abbaa worraa isi'ii isii fuudhee woliin haa jiraatuu malee;
6
maqaan nama du'ee sun Israa'eliin keessaa akka hin banne finna hangafa dhalatu maqaa obboleessa isaa ka du'eetiin haa waamamuu;
7
Garuu obboleessi ka du'ee sun isii yoo fuudhuu dide gara bulchoota qachatti'ii dhaxxee ‹obboleessi abbaa worraa kiyyaa waan isa irraa eeggamu godhuu dide Israa'eliin keessatti obboleessa du'e saniif fiixaa hambisuu dhabe› jettee haa himattuu.
8
Achiin maayessa bulchoonni qachattii sanii namicha san waamanii haa dubbisanii ammallee deebi'ee isii fuudhuu hin barbaadu yoo jedhe,
9
intalti namicha du'ee sun afoo bulchoota qachatti'ii sanitti gara isaa dhaxxee kophee miila isaa irraa tokkicha baaftee hancufa fuula isaatitti tuftee ‹nama obboleessa ufiitiif fiixaa hin hambisu jedhu akkanatti salphata› jettee haa dubbattuu;
10
Israa'eliin biratti maqaan isaa ‹maatii mana nama kopheen irraa mulqamee› jedhamee haa waamamuu.
11
«Namoonni lamaan yoo wol lolan haati manaa ka tokkichaa abbaa worraa ufii gargaartee dhaluu namicha abbaa worraa isi'ii dhaya'aaruu san yoo qabde,
12
gara nyaattoo malee harki isi'ii haa muramuu.
13
«Nama gowwoomsu'uuf qaraciitii kee keessa madaalli lamaa gudda'aa fi diqqaa hin kaayin.
14
«Mana kee keessallee madaala gudda'aa fi diqqa'aan hin safarin;
15
namni waan kana godhu, namni waan badaa Rabbii Waaqa ufii afo'otti hojjatu Rabbiin afo'otti jibbamaa waan ta'eef lafa Rabbi Waandhi kee sii kenne irratti umuriin kee akka dheeratu Rabbii Waaqa kee afo'otti madaala dhuga'aa qabaadhu.
17
«Hennaa biyya Misirii keessaa baatan waan worri gosa Amaaleqii karaa irratti isin irra geesse yaadadhu;
18
isaan worra Rabbiin hin sodaanne waan ta'aniif karaa irratti si morman; atillee dadhabdee worra dadhabanii siin maayessa hafan maraa balaa itti buusan.
19
Kanaafuu lafa Rabbi Waandhi kee akka ati dhaaltuuf sii kenne irratti diintota si marsu maraa irraa Rabbi Waandhi kee hennaa hara si baafachiisee worra Amaaleeqii lafa irraa balleessuu sirima hin irraanfatin.
← Chapter 24
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 26 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34