bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
2 Chronicles 27
2 Chronicles 27
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 26
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 28 →
1
Iyyoo'aataam hennaa mooyu dargaggeessa woggaa diddamii shaniiti; Yerusaalemitti woggaa kudha jaha bulche; haati isaa Iyyaruusaan mucattii Saadooqiiti.
2
Akkuma abbaan isaa Ooziyaan Rabbiin afo'otti waan qajeelaa hojjate innillee Rabbiin afo'otti waan qajeelaa hojjate; garuu gara mana woyyuu Rabbii hin seenne; baniinillee cubbuu hojjachuu hin dhiifne.
3
Iyyoo'aataam balbala mana woyyu'uu ka gara ol aanu deebi'ee haarawoomse; hulee Oofeel jedhamu ka gaara irraa ka Yerusaalemiin keessatti argamullee dallawa itti ijaaree hujii baay'ee hojjate.
4
Lafa gaaraa ka biyya Yihuuda'aa keessattillee qachoota ijaare; bosona keessattillee kushee hedduu fi dallawa ijaare.
5
Mootii Amooniitii fi loltoota isaatiin wol lolee mooyate; woggama san keessa ijoolleen Amoonii birrii saqilii dhibba tokkoo, qamadii qoroosii kuma kudhanii fi garbuu qoroosii kuma kudhanii akka isa gabbaran godhe; akkasuma ijoolleen Amoonii woggaa lammeesso'ootii fi woggaa sadeesso'ootittillee gibira isaanii kennan;
6
Iyyoo'aataam Rabbii Waaqa ufii afo'otti waan qajeellumma'aan jiraateef hin jabaate.
7
Wonti Iyyoo'aataam hojjate, akkaataan inni itti lole kitaaba seenaa biyya Yihuuda'aatii fi biyya Israa'elii keessatti barreeffameera.
8
Inni hennaa mooyu nama woggaa diddamii shaniiti; Yerusaalemiin keessa jiraata'aa woggaa kudha jaha bulche.
9
Achiin maayessa Iyyoo'aataam du'ee hulee abboonni isaa itti awwaalaman qachaa Daawitii keessatti isa awwaalan; bikka isaa ilma isaa Akaazitu mooye.
← Chapter 26
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 28 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36