bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 10
Isaiah 10
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 9
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 11 →
1
Worra seera haqa hin qabne baasan; worra tumata cunqursaa tumatan isaan hobbaas!
2
Worra mirga hiyyeeyyi'ii dhiiban; worra haqa banii kiyya ka rakkatee dabsan; worra haadha hiyyeeyyi'ii saaman; worra ijoollee maatii hin qabne guuratan; isaan hobbaasi!
3
Guyyaa tooyatamtan maaltu isin liqimsa? yoo badiin fago'oo dhufe hoo maal taatan? gargaarsa argachu'uuf hoo gara eennuu dheessitan? qabeenna keessan hoo eessatti dhoffattan?
4
Hidhamtoota woliin taf taf jechuu irra; worra qalaman woliin gatamu'uu achi womaa isin hin hafan; kun maruu ta'ee dheekkamsi isaa hin qabbanoofne; harki isaallee akkuma hiixatametti jira.
5
Ka ulee dheekkamsa kiyyaa ta'e; Asoorticha bokkuun balaa kiyyaa harka jiru hobbaasi!
6
Akka qabeenna isaanii saamu; akka boojuu guuratu; akka dhoqqee karaa irraatitti akka isaan dhiitu; gara banii Waaqa hin qabnee ka na aarsuu kanatti isa erga.
7
Inni garuu akkana hin yaanne; garaa isaa keessa kun hin turre; garuu karoorri isaa balleessu'uuf; banii hedduu diigu'uuf ture.
8
Akkana jedha'aa ture; «ajajaan woraana kiyyaa maruu moototaamii?
9
Kaalnoon akka Karkamishii, Haamaat akka Arfaadii, Samaariyaan hoo akka Damaasqo'ootii mitii?
10
Mootota waaqolee tolfama'aa; fakiiwwan isaanii ka harki kiyya qabe ka mootota Yerusaalemiitii fi Samaari'aa mara caalan;
11
Waan Samaariya'aa fi waaqolee tolfamaa isi'ii irratti godhe; Yerusaalemii fi fakii isi'ii ka bocame maraa irratti hoo akkasuma hin godhuu?
12
Kanaafuu Rabbi Waan Yerusaalemii fi gaara Tsiyoonii irratti raawwata'aaru maraa haga fixeen maayessa akkana jedha waan mootii Asoorii, waan uf jajuu isaatiif waan tuffii isaatiif hin adabaan.
13
Mootiin Asoorii waan akkana jedhuuf; «waan kanniin maraa jabeenna irree kiyyaatiin raawwadhe; akkasuma ogumma'aan hubataa waan ta'eef; daangaa moototaa hin diige; qabeenna isaanii hin saame; mootota isaanii jannummaa kiyyaan salphise.
14
Akkuma namni harka ufii gara maandhee simbiraa hiixatu; anillee akkasuma harka kiyya gara qabeenna moototaa hiixadhe; akkuma namoonni killee haati irraa kaate wolitti qabu; anillee akkasuma ardii maraa wolitti qaba; ka koola ufii sosochoofate hin jiru; ka afaan banatee iyyellee hin jiru.
15
Qottoon nama woyiin murutti boonuu danda'aa? magaaziin hoo nama isa harkisutti uf jajaa? kun akkuma uleen nama isii ol fuudhu mirmirsituuti; uleen ufitti nama irratti hunna hin qabu.
16
Kanaafuu Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa; loltoota fufurdatanitti dhibee isaan huqqisu isaanitti erga. ibidda bobayu ka ulfinna isaatii gaditti mallisu qabsiisa.
17
Rabbi ifni Israa'elii ibidda; woyyichi Israa'elii arraba ibiddaa ta'a; guyyama tokkotti qore'ee fi sokorruu ibiddi nyaata.
18
Akkuma dhibeen huqqisee nama ajjeesu; ulfinna bosonaatii fi qonna lalisaa'a; hin balleessa.
19
Mukkiin bosona keessatti hafan guddisanii hago'o; daa'imnillee laakkayee galmeessuu danda'a.
20
Hennaa san sanyii Israa'elii keessaa worri hafe; worri mana Yaaqoobii keessaa oole; ammaa achi worra Asoorii ka isaan dhaye hin amanan; bikka san Rabbii woyyuu Israa'eliititti dhugamaan amanan.
21
Worri hafan hin deebi'an; worri mana Yaaqoobii ka hafe gara Waaqa jaba'aa deebi'an.
22
Israa'elii! yoo baniin kee akka xidhacha galaanaa ta'ellee; worruma hafe calla'atu deebi'a; balleessaa bani'iitiif murtiin dhuga'aa qophaayeera.
23
Gooftaa! Rabbi Gooftaan banii maraa badiin inni murteesse maruu ardii maraa irratti hin dhufa.
24
Kanaafuu Gooftaan; Rabbi Gooftaa banii maraa akkana jedha; «Banii kiyya ka Tsiyooniin keessa jiraattan; akkuma worri Misirii maruu ulee sitti ol fudhatan; worra shimalaan si tuman; Asooroota hin sodaatin.
25
Adabbii sitti fide hennaa diqqoo keessatti dhaaba; isaanitti balaa kiyya fida.»
26
Akkuma Rabbi Gooftaan banii maraa Miidiyaamiin dhagaa Heereebii laddatti dhaye, qacce'een isin tuma; akkuma biyya Misirii maraa irratti godhe; ulee ufii galaana irratti ol fudhata.
27
Guyyaa san ba'aan isaanii gurmuu kee irraa; qambarri isaaniillee lum'a kee irraa ka'a; sababaa furdinna keetiitiif qambarri hin caba.
28
Gara Ayaatii galan; karaa Miigirooniitiin lufan; meeshaa ufii Maakimaasitti tuulan.
29
Karaa ceeyaniin lufanii akkana jedhan «Geebaa'itti quphannee bulla» Raamaan hin naate; qachaan Saa'olii Gibi'aan hin dheessite.
30
Yaa intala Gaaliimii iyyi! yaa Laayishaa'a! caqasi! yaa Anaatootii hiyyeettii'i! mee isi'ii deebisi!
31
Madimeenaahi dheessa'aa jirti; baniin Geebiimii dhokachu'uuf fiiga.
32
Adhuma Noobiin gayan; harka ufii tulluuwwan Yerusaalemii; gaara intala Tsiyoonii dhaadu'uun sosochoosan.
33
Kunoo Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa; hunna jaba'aan dameewwan mummura; mukkiin dhedheeraan hin jigan; gugurdaanillee hin kufan.
34
Bosona dukkanaayaa dhagara'aan mummura; Libaanosillee jabaa afo'otti kufa.
← Chapter 9
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 11 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66