bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 11
Isaiah 11
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 10
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 12 →
1
Akkuma jirmi damee baasuu fi akkuma hiddi isaa ol biqilu akkasuma fiixaa Daawitii keessaa mootiin tokko baya.
2
Hafuurri Rabbii Hafuurri ogumma'aatii fi hubanna'aa; Hafuurri gorsaatii fi ka hunnaa; Hafuurri beekkumsaatii fi ka Rabbiin sodaachu'uu isa irra ta'a.
3
Rabbiin sodaachu'uun gammada; akka arge hin murteessu; akka dhagayetti murtii hin kennu.
4
Hiyyeeyyi'ii garuu balchumma'aan murteessa; hiyyeeyyii ardi'iitiif haqa murteessa; ulee afaan ufiitiin ardii dhaya; Hafuura afaan ufiitiin hammeeyyii ajjeesa.
5
Balchummaa mudhi'iin hidhata; amanamummaan sabbata mudhii isaati.
6
Yeyyiin korbeessa hoola'aa woliin jiraata; qeerransi ilmoo re'e'ee woliin ciisa; waatiin, leenci darmiinii fi horiin gabbate woliin bobbaya'an; mucama diqqa'atu bobbaasa.
7
Saaninii fi bineensi raasa'aa woliin bobba'an; waatileen isaaniillee woliin ciciisan; leenci akka sanga'aatitti buraa nyaata.
8
Daa'imni harma hodhu boolla bofa hama'aa irratti taphata; daa'imni harma gu'e harka ufii boolla buuti'ii keessa kaaya.
9
Gaara kiyya woyyuu maraa irra miidhaa yookaan badii hin geessan; akkuma galaanni bisaaniin guuttamu ardiin maruu beekkumsa Rabbiitiin waan guuttamtuuf.
10
Bara san fiixaan Isseyii bani'ii malkata ta'ee dhaabata; mootonni gara isaa dhufan; huleen itti hara baafatullee kabajjamaa ta'a.
11
Bara san Gooftaan harka ufii hiixatee deebi'ee haftee bani'ii Asooriin irraa, Misirii gad aantu irraa, Misirii ol aantu irraa, Itoophiyaa irraa, Eelaamiin irraa, Baabilooniin irraa, Haamaatii fi lafa daangaa galaanaa irraa wolitti qaba.
12
Moototaa malkata dhaaba; worra Israa'eliin keessaa baqatan deebisee wolitti isaan qaba; banii Yihuuda'aa ka bittinnaaye; roga lafaa arfaniiyyuu wolitti isaan qaba.
13
Gumbisuun Efreemiillee hin dhaabata; diintonni Yihuuda'aallee hin muraman; Efreem Yihuuda'atti hin hinaafu; Yihuudaan Efreemiin hin jibbu.
14
Gara lixaatiin Filisxeemitti ka'an; isaan lachuu wolii galanii banii baya biiftu'uutiin jiru saaman; worra Eedoomiitii fi worra Moo'aabiititti ka'an; worri Amoonii isaan bulchan.
15
Rabbi bubbee nama tumuun galaana Misirii gossa; harka ufii gara laga Efraaxisii hiixata; laga yaa'u torba godhee gara gara baasa; kanaafuu namoonni kophema ufiitiin ceeyuu danda'an.
16
Akkuma hennaa Israa'el biyya Misiriitii bayu ta'e; banii Asooriin irraa hafeellee akkasuma karaan qophaayaaf.
← Chapter 10
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 12 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66