bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 59
Isaiah 59
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 58
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 60 →
1
Rabbi nama fayyisu'uu fi kadhaa namaa dhagayuu hin dadhabu.
2
Cubbuun keessan isinii fi Rabbiin jidduu waan golgeef cubbuun keessan waan Rabbiin irraa isin fooyeef kadhaan keessan isinii hin dhagayamu.
3
Harki keessan dhiigaan, qubni keessanillee yakkaan battaayeera; afaan keessan soba dubbate; arrabni keessan cubbuu dubbate.
4
Eennullee yoo nama himatu waan dhuga'aa qabatee hin dhufu; gara mana murti'iillee yoo dhaqe amanamaa ta'ee hin dhiyaatu; isaan himannaa sobaa qabatanii dhara dubbatan; dhara yaadan, dhara hojjatan.
5
Isaan kallee bofaa ammatan, isaan haada daarabaaftu'uu fooyan; namni kallee sanniin nyaatu hin du'a; kallee san keessaa buuti'itu baya.
6
Fooyaan daarabaaftu'uu uffata dhayu'uuf hin ta'u; eennullee uffata hin godhatu; hujiin isaanii hujii hama'a; harka ufiitiin yakka hojjatan.
7
Isaan gara hujii hama'aa fiigan; dhiiga nama qulqullu'uu jissu'uuf jarjaran; yaanni isaanii yaada hama'a; hulee gayan marattuu hujiin isaanii waa diigu'uu fi waa balleessu'u;
8
Isaan karaa nagayaa hin beekan; hujiin isaanii haqa hin qabu; jireenna dabaa waan jiraataniif namni akkasitti jiraatu nagaya hin argatu.
9
Baniin akkana jedhan, «Handhi nu irraa fagaate; qajeellummaan nu bira hin jiru; akka ifti nuu ifu barbaanna; garuu wonti maruu dukkana; kanaafuu nu dukkana jaamaa keessa jiraata'aarra.
10
Dukkana keessa malaan deemna; akka waan dimimmisa keessa deema'aarruutitti guyya'aan gufanna; nu worra jajjabaa biratti akka nama du'eeti.
11
Nu maruu akka doobba'aa yuusa'aa akka handari'ii booya'aa gunguma'aa haqaa fi fayyaa argachu'uuf eegganna; isaan garuu waan nu irraa fagaataniif hin argaman.
12
«Yakki keenna si afo'otti guddaa akka ta'e cubbuun nu irra jiru kunuu hin raga; nu hennaa maraa hin yakkina; yakka keennallee hin beenna.
13
Amantii Rabbiin irraa qabnu dhiifnee isa waakkanneerra; Waaqa keenna dhiifnee gara duubaa dachaaneerra; onnee keenna keessatti soba qabannee maqaa namaa balleessu'uu fi gantumma'aan ifa baafneerra.
14
Gumii bani'ii keessaa dhugaan waan dhabamee fi amanamummaanillee waan dhabameef handhi hin jiru; balchummaanillee dhabameera.
15
Dhugaan baddeerti; worri hujii hamaa irraa deebi'u worra kolfaa ta'aniiran; Rabbi akka dhugaan hin jirre argee gaddeera.
16
Namni rakkattoota gargaaru dhabamnaan maalale; kanaafuu isaan fayyisu'uuf hunna ufiitiin akka isaan mootee argatan godhe.
17
Inni balchummaa akka meeshaa woraanaa ka qomatti uffatanii, fayyummaa akka gulloo sibiilaa ka mata'atti godhatanii, worra yakka hojjatan haluu bawuu akka uffataatitti uffata; aariin inni akka kaabba'aatitti uffatullee worra waan hamaa hojjataniif.
18
Mormitoota lolee diintota ufiitii fi worra daangaa lafaa irra jiraatan haluu bayu'uun isaan adaba.
19
Inni akka lolaa bubbeen oofa'aa dhufuu waan ta'eef baniin gara dhiyaatiin jiranii fi baniin gara baya biiftu'uutiin jiran ulfinna maqaa Rabbii sodaatan.»
20
Rabbi banii ufiitiin akkana jedha, «Tsiyoonii fi worra aagii galanii cubbuu irraa deebi'aniillee fayyisaan hin dhufa.»
21
Rabbi akkana jedha, «Waadaan ani isaan woliin galu Hafuurri kiyya ka ammaa jalqabee haga bara baraa isin woliin jiru dubbii kiyya ka afaan keessan keessa kaaye ijoollee teessanii fi ijoollee ijoollee teessanii barsiisaa'a.»
← Chapter 58
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 60 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66