bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 54
Isaiah 54
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 53
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 55 →
1
Rabbi akkana jedha, «Ati Yerusaalemii dhabduu deettee hin beenne faarfadhu; ta ciniinsifattee hin beenne gammadii ililfadhu! dubartii abbaa worraa qabdu caalaa si'ii abbaa manaa hin qabnee ijoolleen baay'atteertii!
2
Hulee daasee dhaabdee keessa jiraattu badhifadhu; golga kee maraa hin dhiphisinii badhisi; haada kee maraa dheerefadhu; xiribbaa kee maraa jabeeffadhu.
3
Bita'aa fi mirgaanillee hin badhatta; fiixaan keellee mootota dhaalan; qachaa diiggamte keessa jiraatan.
4
Hin saalfattuu hin sodaatin; saalfachuu bara ijoollumma'aa hin irraanfatta; arraba maqaa haadha hiyyeessaatiin si arrabsan hin irraanfatta.
5
Wonti kun ta'uuf Rabbi Waandhi banii maraa akka abbaa manaa waan sii ta'uu fi woyyichi Israa'elii ka ‹Waaqa ardii maraa› jedhamee waamamu waan fayyisaa kee ta'eef.
6
Ati akka dubartii ijoollumma'atti heerumtee gatamtee abbaa manaa jalaa baatee gadditeeti; Rabbi Waandhi kee garuu deebi'ee dhufee ufitti si waamee akkana siin jedha.
7
Ani hennaa hago'oof si dhiisee ture; garuu garalaafummaa gudda'aan si deebifadha.
8
Ani waan guddisee aareef hennaa diqqo'oof si dhiisee ture; ani garuu jaalala kiyya ka dhuma hin qabneen garaa sii laafa jedha Rabbiin si oolchu.
9
Akkuma bara Noohii ardii bisaaniin hin balleessu jedhee waadaa gale; akkasuma ani amma ‹siinillee hin lolu› jedhee waadaa sii gala; ammaa achi si hin adabu.
10
Gaarranii fi tulloonni raafamanii jiguu danda'an; jaalalli ani sii qabu garuu baraa haga bara baraa jabaatee jiraata; jecha kiyya ka nagayaatii fi ka abdi'ii baraa haga bara baraa sii eega; jedha Rabbiin garaa sii laafu.
11
Rabbi akkana jedha, «Ati qachaan Yerusaalemii ta rakkatte, ta bubbe'een raafamtee fi ta jajjabaachuu dadhabde! Ani dhagaa gatii gudda'aa ka sanpeer jedhamuun si ijaara; bu'uura kee dhagaa bareeda cuquliisaan jalqaba.
12
Fiixxee dallawwan keetii dhagaa diimaa maraagid jedhamuun, balballan dallawa keetii mi'a calanqisaa gatii gudda'aatiin dallawa naannaya kee jiru maraa dhagaa gatii gudda'aatiin ijaara.
13
Ijoolleen tee maruu Rabbiin irraa baratan; nageenni ijoollee teetii guutuu ta'a.
14
Ati haqaa fi dhugaa irratti hundoofta; miidhamuunii fi hucuucamuun si irraa fagaata; wonti si sodaachisu hin jiru; ati hin raafamtu hin shibbirooftu.
15
Worri balaa si irra geessu'uuf ka'an yoo jiraatan, waan ani isaan hin ergineef hin kufan.
16
Nama sibiila tumu ka buufa'aan ibidda bobeessee sibiila bassuu ka uume ana; inni wonti meeshaa san hojjatuuf akka meeshaan sun waan hojjatameefiif ooluuf; akka balleessuuf ka balleessu san ka uume anuma.
17
Meeshaan siin balleessu'uuf hojjatame si hin balleessu; worra si himatu maraafuu deebii gayaa deebifta; gayeen tajaajiltoota tiyyaatii fi murtiin ani isaanii murteessu kana» jedha Rabbi.
← Chapter 53
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 55 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66