bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 32
Isaiah 32
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 31
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 33 →
1
Mootiin balchumma'aan mooya; bulchoonnillee haqaan bulchan.
2
Namni maruu ka qilleensa itti daadayatan; ka kirfaffuu jalaa itti irkatan ta'a; lafa gammoojji'iititti akka burqaa bisaanii; lafa godde irratti akka gaaddisa dhagaa gudda'aa ta'a.
3
Ijji namaa ta waa argitu ammaa achi hin dunuunfattu; gurri dhagayu dammaqee caqasa.
4
Sammuun jarjara'aa hin beeka; hin hubatalle'e; arrabni cabaqullee hin hiikkama; qajeelchee dubbata.
5
Ammaa achi ka amshaaggu bilcho'o hin jedhamu; ka adaba hin qabne hin kabajjamu.
6
Amshaaggaan waan amshaagga'aa dubbata; sammuun isaa hammeenna dhudhuma; hujii sodaa Rabbii hin qabne raawwata; waan Rabbii soba dubbata; ka beelayee nyaata dhooggata; ka dheebotee bisaan hin kennu.
7
Malli adaba dhabeessaa hama'a; yoo iyyannaan rakkata'aa sirrii ta'e; hiyyeessa sobaan balleessu'uuf; dhara dhudhuma.
8
Bilchoo garuu yaanni isaallee bilcho'o; karoora ufii bilchinnaan raawwata.
9
Isin dubartoota uf jaju'uun bokottan; ka'aa'a; laagaa kiyya dhagayaa'a; isin ijoollee intalaa ta qananiitanii jiraattan; waan ani isinitti himu caqasaa'a.
10
Akkuma barri lufeen worri qananiitanii turtan; hin hollattan; biqiltuun woyini'ii daraaraa hin kennu; hennaan daraara'aa hin dhufu.
11
Isin dubartoonni uf jaju'uun bokottan; holladhaa'a; isin ijoolleen intalaa ta qanani'iin jiraattan; soda'aan taf taf jedhaa'a; uffata keessan baafadhaa'a; mudhii keessan uffata gaddaatiin hidhadhaa'a.
12
Waan lafa teessan laliftuu godduutiif butadhaa'a; waan biqiltuu woyini'ii ka daraaraa qabuutiif gaddaa'a;
13
Waan lafa banii kiyyaatiif; waan lafa qore'ee fi qummuudduun itti marguutiif; waan manniin itti baldamu maraaf; waan qachattii subulluqaa tanaatiif booyaa'a.
14
Maandheen dawoo isi'ii ona ta'a; qachaan wocaa haxum jedha; maandheenii fi goom'een rarraasa'aa goda baraa haga bara baraa; ka harreen diidaa itti subulluxxu; ka horiin itti bobba'u ta'a.
15
Wonti kun ka ta'u; haga Hafuurri Rabbii olii nuu bu'utti; lafti gammoojji'ii lafa lalisaa; haga lafti lalisaan bosona fakkaatutti.
16
Lafa gammoojji'iititti haqatu babadhata; lafa lalisaa irra balchumma'atu jiraata.
17
Daraaraan balchumma'aa nagaya; bu'aan balchumma'aallee cadheensaa fi baraa haga bara baraa abdachu'u.
18
Baniin Rabbii mana jireennaa ka nagayaa keessa; mana amansiisaa keessa; hulee cadheensaa keessa hara baafatee jiraata.
19
Yoo bosonni barada'aan dhayame; qachaan yoo sirima barbadaaye,
20
Worri laga qarqaratti sanyii facaaftan; worri sangoole'ee fi harriin teessan; akkanumaan bobbaaftan isin worra attam eebbifame.
← Chapter 31
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 33 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66