bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 22
Isaiah 22
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 21
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 23 →
1
Dubbii hulee «Mudhata dhooqaa» jedhamee waamamutti dubbatame; mee isin maruu maal rakkattaniiti; ka mana mana gubba'aa irra baatan?
2
Ati qachaan wony'i keessa guute; qachaa raafamaatii fi ta burraaqaa; worri si keessatti ajjeefaman worra guraade'een dhumanii miti; woraanaanillee hin duune;
3
masakkoonni kee maruu wolumaan dheessan; buundhemallee uduu ol hin fuudhanne booji'amaniiran; worri uduu diinni fagoo jiru dheessitan maruu; qabamtanii wolumaan hidhamtaniirtan.
4
Kanaafuu «Na irraa fagaadhaa'a; mararamee booyaa; waan badii banii kiyyaa na jajjabeessuu hin yaalinaa'a» jedhe.
5
Rabbi; Rabbi Gooftaan banii maraa; dhooqa mudhataatitti; hulee wocaa, hulee itti dhiitamanii fi ka raafamaa, gaafa dallaya diigan; gaafa gara gaarraniititti iyyan qaba.
6
Eelaam; qola woraanaa; fardaa fi konkolaataa fardaa qopheeffatte; Qiirillee wontee ufii ol fudhatte.
7
Dhooqaawwan kee lalisaa konkolaataan fardaa kee ol guuteera; worri fardaallee balbala qachaa teetii irra dhaabataniiran.
8
Waan Yihuudaan golgattuunillee diiganiiran; gaafas meeshaa woraanaa ka mana kuusaa bosona keessaa argite.
9
Qachaa Daawitii; ka wonti hedduun diiggame argitan; haroo gadiititti bisaan kuuftan.
10
Manniin Yerusaalemiin keessa jiru hin laakkoftan; dallaya jabeessu'uuf manniin diiddan.
11
Bisaan kuufama durii keessaa bayuu fi dallaya lamaan jiddu'utti hulee bisaan itti kuufamu ijaartan; garuu ka waan kana godhe hin laalle; ka dura karoorsee hojjate hin hubanne.
12
Bara san Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa akka boottanii fi bade jedha'aa akka iyyitan; akka rifeensa keessan buqqiftan; akka uffata gaddaa uffattan isin waame.
13
Garuu kunoo gammachu'uu fi qananii; jibichaa fi korbeessa qaluun; foon nyaachu'uu fi daadhii woyini'ii dhuguun jira; «Boru waan duunuuf adha haa nyaannuu; haa dhunnuu; » jettan.
14
Rabbi Waandhi banii maraa « Yakki kun yoo duutanillee dhugamaan isinii hin dhiifamu» jedha Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa.
15
Gooftaan; Rabbi Gooftaan banii maraa akkana jedha; «Deemii nyaachisaa kana; Saaminaasii bulchaa manaatiin akkana jedhi;
16
‹Asii maal goota? akka hulee kanatti bakka awwaalaa qopheeffattu; hulee ol gubba'aa irratti akka bakka itti awwaalamtu bucattu; akka dhagaa reeffi kee irra ciisu bocattu eentu sii eeyyame?›
17
Ati nama jabaa'a; uf eegi; Rabbi jabeessee si qabu'uuf; harkaan qabee si darbu'uuf ta'a.
18
Si marsee si marsee akka kubba'aa si marsee; gara biyya badha'aa si darba; ati mana Goofta'aa ka hara baafannaa keetiititti duuta. konkolaataawwan kee ka ulfinnaa achitti hafan.
19
Hulee ulfinnaa kee irraa gad si buusa; baallii kee irraallee si ari'a!
20
«Gaafas tajaajilaa kiyya, Eliyaaqeemii ilma Kelqiyaasii hin waama;
21
uffata kee itti uwwisa; sabbata keellee hin kennaaf; baallii kee kennaaf; inni banii Yerusaalemiin keessa jiraatan, mana Yihuuda'aatiifillee abbaa ta'a.
22
Furtuu balbala mana Daawitii kennaaf; ka inni bane cufuu, ka inni cufe garuu eennullee ka banu hin jiru.
23
Ani isa akka xiribbaa jaba'aatitti isa dhaaba; maatii mana abbaa isaatiif nama ulfinnaa isa taasisa.
24
Meeshaa ulfinnaa ka mana abbaa isaa ka ilmaanii, ka abbootaatii fi ka akaakayyootaallee xuwwe'ee fi otteellee meeshaa didiqqaa maraa itti fannisan.
25
«Guyyaa san» jedha Rabbi Gooftaan banii maraa; «Hennaa wonti kun maruu raawwatu xiribbaan meeshaa itti fannifatan jabaan kun hin kufa; meeshaan xiribbaa kana irratti fannifame maruu kufee caccaba» jedha; Rabbi waan kana dubbateera.
← Chapter 21
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 23 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66