bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 55
Isaiah 55
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 54
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 56 →
1
Rabbi akkana jedha, «Isin worri dheebottan maruu gara bisaanii koottaa'a! worri waan bitattaniin hin qabne bitadha'aa nyaadhaa'a! kootta'aa gatii malee aannanii fi daadhii woyini'ii bitadhaa'a.
2
Nyaata bu'aa hin qabneef maaf horii keessan baaftan? waan hin quubsinetti maaf hunna keessan fixxan? amma seeraan na caqasa'aatii nyaata mishaa nyaadhaa'a; nyaata filatameen uf gammachiisaa'a.
3
«Gurra keessan gara kiyya qaba'aa natti dhiyaadhaa'a; lubbu'uun jiraachu'uuf dubbii kiyya caqasaa'a; akkuma Daawitiin jaaladhe isinillee amanamumma'aan jaalachu'uuf baraa haga bara baraa waadaa isinii gala.
4
Ani isa banii maraafuu ragaa'a, masakka'aa fi bulchaa taasiseera.
5
Ani Rabbi woyyichi Waandhi Israa'elii waan si kabajjeef ati banii hin beenne waamta; baniin si hin beennellee ariifata'aa gara kee dhufan.»
6
Rabbiin hennaa inni argamutti soqaa'a; hennaa inni dhiyaate waamaa'a.
7
Hammeeyyiin hammeenna ufii, cubbamtoonnillee yaada hamaa ufii haa dhiisanii; araarri isaa guddaa waan ta'ee fi akka inni isaanii dhiisuuf, gara Rabbii Waaqa keennaa haa deebi'anii.
8
Rabbi akkana jedha, «yaanni kiyya akka yaada keessanii, karaan kiyyallee akka karaa keessaniitii miti.
9
Akkuma samiin ardii irraa ol fagaatu, karaan kiyya karaa keessan irraa, yaanni kiyyallee yaada keessan irraa guddisee fago'o.
10
Akkuma roobninii fi baradaan didiqqaan sami'ii bu'ee lafa jiisee quubsee akka daraaraa biqilchitu taasisu nama sanyii facaasuu sanyii'i, ka waa nyaatuuf nyaata uduu hin kennine hin hafne,
11
Dubbiin afaan kiyyaa bawullee akkasuma ta'a; inni waan ani ergeef uduu hin goonee fi ergaa kiyyallee uduu hin raawwanne gara kiyya hin deebi'u.
12
Isinillee biyya Baabiloonii keessaa gammachu'uun baatanii gara biyya keessanii nagayaan akka deebitan isin taasisa; gaarranii fi tulloonni isin afo'otti utaala'aa faarfatan; mukkiin raasa'aallee harka dhayan.
13
Bikka qore'ee birbirsa; bikka qummuuddu'uu hadheessa'atu biqila; kun malkata Rabbiin itti yaadatan ka baraa haga bara baraa hin banne ta'a.»
← Chapter 54
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 56 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66