bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 57
Isaiah 57
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 56
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 58 →
1
Hennaa balchoonni du'an isaan maaf akka du'an namni hubatu hin jiru; namoonni mimmishaan hennaa du'an akka Waandhi waan hamaa jalaa isaan oolchu'uuf fudhate namni hubatu hin jiru.
2
Worri jireenna balchumma'aa jiraatan nagaya qaban; duuti isaaniillee du'a nagayaati.
3
Isin worri worra asmaa hojjatu, worra seebaruu fi worra sagaagalu hin geenne garuu as dhiyaadhaa'a!
4
Isin worri balditan eennutti afaan bana'aa arraba baaftan? isin ijoollee dharaatii fi hammeennaatii mii?
5
Isin worra qilxuu jiddu'uu fi mukkiin lalise jalatti fedha fooniitiin gubattan akkasuma dhooqa keessaa fi dhagaa gugurdaa jiddu'utti ijoollee teessan qalmaaf dhiyeessitan.
6
Dhooqa keessaa dhagaa mimmishaa filattanii kunniin waaqa tolfamaa keenna jedha'aa kennaa nyaataatii fi ka dhuddo'oo isaanii dhiyeessitan; ani waan kanaaf hin aaruu?
7
Fiixxee gaara dheera'aa gubba'atti seebaru'uu fi ciincaa dhiyeessu'uuf ol baatan.
8
Balbala keessanii fi qasatoo duubaan fakii waaqa tolfamaa keessanii dhaabdaniirtan; na dhiiftanii seebaru'uuf siree keessan irra baataniirtan; seebaraaf gatii wolii galtanii fedha foon keessanii raawwattan.
9
Waan urgaawu dibattanii ergamtoota keessan gara biyya fago'oo waaqa tolfamaa Mooleek jedhamu haa soqani'iif gara worra du'anii ergitaniirtan.
10
Guddiftanii waan raantoftaniif hin dadhabdan; ta'ullee isin waan fedha keessaniin guddiftanii kakkaataniif «waan barbaachisuu miti» jettanii hin dhiifne.
11
«Ana yaaduu dhiiftanii wonti soba dubbattaniif eennuun sodaattaniiti? wonti na sodaachuu diddaniif waan hennaa heddu isinitti cadhisee akka waan hin arginee ta'eefii?
12
Ani hujii keessan ka isin sirri'i jettanii yaaddan maraa ifa baasa; waaqoleen tolfamaan keessan isin gargaaruu hin danda'an.
13
Mee hennaa isin gargaarsa argachu'uuf iyyitan waaqoleen tolfamaan keessan ka isin wolitti qabdan isin haa oolchanii isaan qilleensatu balleessa; bubbeen isaan fudhata; nama na abdatu garuu lafti tiyya ta isaa taati; gaara kiyya woyyuullee ka ufii taasifata.»
14
Rabbi akkana jedha, «karaa baniin kiyya irra deemu maraa haxaaya'aa sirreessaa'a!»
15
Woyyichi baraa haga bara baraa jiraatu, ka maraa caalu, «Ani hulee woyyu'uu fi hulee ol aanu akkasuma worra gara laafeyyi'ii fi worra kasoo woliin jiraadha; wonti isaan woliin jiraadhuuf garaan isaanii ka gadde haarawoomsu'uu fi akka isaan kasoo ta'an godhu'uuf.
16
Ani hennaa maraa nama hin ujulu, hennaa maraa hin aaru, uduu ka akkana godhuutii silaa namoonni ani uume hin dadhaban.
17
Sababaa hammeenna luquna isaaniitiif isaaniin lolee ture; akkasuma ani isaan adabee isaan irraa fooyamee ture; isaan garuu garuma karaa ufii deebi'an.
18
Ani hujii isaanii maraa argeera; garuu isaanii araaramee isaan fayyisa; ani worra isaanii fi waan isaaniitiif booyan maraa hin jajjabeessa.
19
Worra fago'oo fi dhiyoo jiran maraaf nageenni haa ta'u! Ani banii kiyya hin fayyisa.
20
Namoonni hammeeyyiin garuu akka galaana raafamuuti; bisaan xuri'ii fi huura bulbulee baasa malee hin dhiisu.
21
Waandhi kiyya «Hammeeyyiin nagaya hin qaban» jedha.
← Chapter 56
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 58 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66