bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 8
Isaiah 8
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 9 →
1
Rabbi akkana naan jedhe, «Gabatee guddaa fudhadhuutii ‹Maahir-Shaalal- Hash- Baaz › jedhii qubee mudhatuun irratti barreessi»
2
Gadicha Uuriya'aa fi Zakkaariyaasii ilma Baraakiyuu ragoota amanmtoota akka naa ta'an godhi»
3
Ani haadha manaa tiyya raattittii bira gaye; isiin hin ulfoofte; ilma dhiiraa deette; Rabbi akkana naan jedhe, maqaa «Maahir-Shaalal-Hash-Baaz jedhii itti moggaasi;
4
Daa'imni uduu ‹Aabba; yookaan Aayya› jedhee waamuu hin dandeenneen dura qabeenni Damaasqo'ootii fi boojuun Samaari'ya'aa mootii Asooriitiin fudhatama»
5
Rabbi ammallee akkana jedhee natti dubbate;
6
«Baniin kun burqaa Saalihoomii ka cadhisee yaa'u dhiisanii ilma Roomeeliyu'uutii fi Resiinitti waan gammadaniif,
7
Kanaafuu Gooftaan bisaan lola'aa jaba'aa fi guddaa; mootii Asoorii hunnaa fi gaachenuma isaa woliin isaanitti fida; bisaan boyii irra gara galee lafa daangaa lagaa maraa irra cambalaqa.
8
Hara'aa gara Yihuuda'aa bu'a; cambalaqa'aa lufa; haga mormaa gaya; Amaanu'eel! Koolli diriire lafa kee daanga'aa haga daanga'aa eega»
9
Isin worri Yihuudii hin taane, dhaadadhaa'a; garuu hin dhumtan; worri biyya fagoo jirtan dhagayaa'a; lolaafillee qophaayaa'a; garuu hin dhumtan; lolaafillee qophaayaa'a; garuu hin dhumtan;
10
mari'adhaa'a; garuu hin milkooftan; waan Rabbi nu woliin ta'eef; akeenni isin baafattan isinii hin ta'u.
11
Rabbi harka ufii jabaa na irra godhee karaa namoota kanniinii akka hin deemne na seere;
12
«Waan namoonni kunniin ‹mala hammeennaati› jedhanii waaman; waan maraa ‹mala hammeennaati› hin jedhinaa'a waan isaan sodaatan hin sodaatinaa'a; hin raafamina'aaf.
13
Ka woyyoomfachuu isin barbaachisu Ana Rabbii Gooftaa banii maraa calla'a; ka sodaachuu isin barbaachisu anuma; ka hollatu'uufii isin barbaachisullee ana.
14
Ani mana woyyuu ta'a; mana Israa'elii lamaaniif ammo dhagaa gufachiisu dhagaa qarsa'aa ka nama gufachiisu isaanitti ta'a; banii Yerusaalemiitiillee siibo'oo fi sakaallaa ta'a.
15
Isaan keessaa heddutu gufata, hin kufan; hin caban; siiboo keessa seenan; hin qabaman» naan jedhe.
16
Ragaa isaa cufi; seera isaallee duuka bu'oota kiyya jiddu'utti chaappeessi.
17
Rabbii fuula ufii mana Yaaqoobii dhoffate eeggadha; isa abdadha.
18
Kunoo anii fi ijoolleen Rabbi naa kenne Rabbii Gooftaa Israa'elii ka gaara Tsiyoonii irra jiraatuu Israa'elii malkataa fi maalale'e.
19
Namoonni yoo «worra wocu, worra hasaasu, worra falfaluu fi worra hafuura hamaa waamu gaafadhaa'a» isiniin jedhan; baniin Waaqa ufii gaafatuun hin ta'uufii? bikka jiraattotaa worra du'e waamuun maaf barbaachise?
20
Gara seera isaatii fi gara dubbii raga'aa dhaqaa'a! isaan yoo dubbii akkanaa hin dubbannee ifti bariisa'aa isaanii hin iftu.
21
Rakkatanii, beelayanii lafa irra yaantaran; yoo akka hamaa beelayan hin lolan; ol laala'aa Waaqaa fi mootii ufii abaaran;
22
Achii gara lafaa laalan; wonti isaan arganillee rakkinna, dukkanaa fi hurrii nama sodaachisu calla'a; gara dukkana jimi'ii gataman.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66