bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 9
Isaiah 9
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 8
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 10 →
1
Worri armaan dura rakkata'aa turan garuu deebi'anii hin rakkatan. Bara durii biyyi Zaabilooniitii fi biyyi Niftaalemii salphattee jiraata'aa turte; bara maayi'ii garuu worri Yihuudii hin taane ka galaana Meditiraaniyaani'iitiin gara baya biiftu'uutii jalqabee haga galaana Yoordaanosiitiin gamatti quphatanii jiran worri biyya Galiila'aa ulfinna argatan.
2
Baniin dukkana keessa jiraatu ifa guddaa arge; worra gaaddidduu du'aa jala jiraataniif ifatu ife.
3
Ati banii kee hin baay'eessite; gammachuu isaanii hin edaate; akkuma namoonni hennaa midhaan wolitti qabatan; hennaa boojuu qoqqoodaman gammadan; isaanillee si afo'otti gammadan.
4
Akkuma hennaa worri Miidiyaamii mooyatame ta'e; qambaraa isaanitti ulfaate; ulee gurmuu isaanii irraa jiru; ulee sibiilaa ka ittiin cunqurfaman isaan irraa bulleessiteerta;
5
Kopheen loltootaa maruu; uffanni dhiigaan maanxame maruu; ibiddaaf ta'a; ibidda keessa kaayaman.
6
Daa'imni nuu dhalateera! ilmi dhiiraa nuu kennameera! baalliin lum'a isaa irra ta'a; maqaanillee, Gorsaa maalale'ee; Waaqa jabaa; Abbaa bara baraa, hayyuu nagayaa» jedhama.
7
Badhinni mootummaa isaa; guddinni nagaya isaa daangaa hin qabu; ammaa jalqabee haga bara baraa mootummaa ufii haqaa fi balchumma'aan hundeessa; irkisee qabee jabeessa; teessoo Daawitii irra taa'a; biyya maraa hin bulcha; hinaaffaa Rabbii Gooftaa banii maraatitu kana godha.
8
Gooftaan fiixaa Yaaqoobii Israa'elitti dubbii murti'ii erge; kunillee fiixaa isaa banii Israa'elii irratti raawwatame.
9
Baniin maruu; Efreemii fi worri Samaariyaa keessa jiraatan; kana hin beekan; uf jaju'uu fi onnee boontuun akkana jedhan,
10
«Ijaarsi faaraan ijaaran diiggameera; nu garuu dhagaa bocameen deebifnee ijaarra; odaawwan muramaniiran; nu garuu birbirsaan bakka buufna.» jedhan.
11
Rabbi garuu diintota Resiinii hin jabeessa; isaanitti fida; diintota isaanii isaanitti kakkaasa;
12
worri Sooriya'aa baya biiftu'uutii worri Filisxeemii dhiya adu'uutii; afaan bananii worra Israa'elii cicciran; kun maruu ta'ee; dheekkamsi isaa hin qabbanoofne; harki isaa akkuma hiixatametti jira.
13
Baniin garuu gara ka isaan adabee fuula hin deebifanne, Rabbii Gooftaa banii maraallee hin sondhe.
14
Kanaafuu Rabbi mata'aa fi eegee; damee meexxi'iitii fi leemman Israa'eliin irraa guyyama tokkoon mura.
15
Jaarsotaa fi namoonni kabajjaman mata'a; raattonni soba barsiisan eege'e;
16
Worra banii kana masakkan hin dogoggorsan; baniin masakkamu sunillee tayyaree karaa irraa bada.
17
Kanaafuu Gooftaan dargaggeeyyi'itti hin gammadu; worra abbaa hin qabnee fi haadha hiyyeeyyi'iitii garaa hin laafu; maruu ka sodaa Rabbii hin qabnee fi worra hammeenna hojjatu; afaan nama maraatuu waan jecha balfamaa dubbatuuf. kun maruu ta'ee dheekkamsi isaa hin qabbanoofne; harki isaallee akkuma hiixatametti jira.
18
Ammaa achi battummaan akka ibiddaatitti qabata; qore'ee fi sokorruu nyaata; bosona dukkanaayaa bobeessa; aarri isaa wolitti qabamee akka utuba'aatitti dhaabata.
19
Dheekkamsa Rabbii Gooftaa banii maraatiin lafti hin gubatti; baniin akka qoraan ibidda keessa buusanii ta'a; obboleessi obboleessa ufiititti garaa jabaata.
20
Gara mirgaatiin afaan kaayatan; garuu beelli isaan irraa galab hin jedhu; gara bita'aatiinillee hin nyaatan; garuu hin quufan; cuftinuu foon nama ufii nyaata.
21
Minaaseen Efreemitti ka'a, Efreem Minaase'etti ka'a; wolumaan Yihuuda'atti ka'an; kun maruu ta'ee dheekkamsi isaa hin qabbanoofne harki isaa akkuma hiixatametti jira.
← Chapter 8
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 10 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66