bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 16
Isaiah 16
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 17 →
1
Seelaa lafa gammoojji'ii gama jirtu keessaa; bulchaa biyyaa; gara gaara intala Tsiyoonii; gibira korbeessa hoola'aa ergaa'a.
2
Akka simbirran goom'ee ufiitii ari'amanii jaanjuranii intallan Moo'aabiillee hulee laga Aarnoonii ceeyaniin biratti akkasuma ta'an.
3
«Gorsa nuu arjoomaa'a; murtii nuu kennaa'a; guyya'aan gaaddisa keessan; akka halkaniititti nuun golgaa'a; worra dheessan dhossaa'a; baqattoota dabarsitanii hin kenninaa'a.
4
Baqattoonni Moo'aabii isin bira haa turanii; isin ka isaan balleessu irraa irkoo ta'aafii'i» dhumti ka cunqursuu hin dhufa; badiin isaa hin dhaabata ka uf jajullee lafa irraa bada.
5
Teessoon jaalalaan hundaaya; ka mana Daawitii keessaa ta'e; ka haqaan murtii barbaadu; ka balchummaa ariifachiisu; namni tokko amanamumma'aan isa irra taa'a.
6
Boonuu Moo'aabii; guddisee boonu'uu fi uf tuuluu isaa; dhaadu'uu fi gad dhiifamaa ta'uu isaa dhageenneerra boonuun isaa garuu duwwa'a.
7
Kanaafuu worri Moo'aabii banne jedhan; wolumaan waan Moo'aabiitiif bannee dhageessisan; waan qaabii worra qachaa Qirihaaraaseetii gaddaan booyan.
8
Qonni Haseboonii; biqiltuun woyinii Seebaama'aa quureera; bulchoonni bani'ii; Iyyaazeeriin lufanii lafa gammoojji'ii keessa ceeyanii worra hidda isaanii haga galaanaa dheereffatanii turan; biqiltuu woyini'ii filatamaa irra deemaniiran.
9
Kanaafuu akka biqiltuu woyini'ii ka Seebaama'aatitti akkuma Iyyaazeer bootte; anillee hin booya; yaa Haseboon; yaa Eeliyaal; imimmaan kiyyaan si jiisa; wony'i hennaa ati daraaraa daraarte ture; gammachuun hennaa midhaan kee gaye waan adda citeef.
10
Gammachuunii fi usheexxuun hulee woyini'iitii badeera; hulee biqiltuu woyini'ii faaruun hin jiru; ililfachuunillee hafeera; hulee cuunfaa woyini'iitittillee wonti cuunfan hin jiru; woca worra cuunfuullee waan balleesseef.
11
Kanaafuu garaan kiyya waan Moo'aabiitiif; akka kiraara sagalee guddaa kennuu; gadda mararo'oo dhageessifti; madhumaan kiyyallee waan Qeriheereesiitii hin booya.
12
Uduu Moo'aab gara tullu'uu bayee; bu'aan isaa dadhabbima; faateffachu'uuf uduu gara mana woyyuu waaqa tolfamaa ufii seenelle'ee; gatii hin qabu.
13
Wonti Rabbi bara durii waan Moo'aabii dubbate kana.
14
Amma garuu Rabbi akkana jedha, «Akkuma namni hujii hennaa hago'ootiif qaxarame wolii galteen jalaa dhaabatu, ulfinni Moo'aabiitii fi baniin isi'ii maruu woggaa sadihii keessatti salphata; baniin hafe garuu hago'oo fi dadhabaa ta'a.»
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 17 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66