bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 13
Isaiah 13
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 14 →
1
Waan Isaayyaas ilmi Amootsii argee hime.
2
Sammuu tulluuwwan barbadooftee irratti malkata fannisaa'a; sagalee keessan ol qabadha'aa iyyaa'a; akka balbala abboota murti'iitiin seenan; harkaan malkata kenna'aaf.
3
Woyyoota tiyya ta mooteen kiyya isaan gammachiisu hin ajaja; dheekkamsa kiyya akka naa raawwataniif loltoota tiyya waameera.
4
Laagaa gaarran irratti akka woca banii hedduutitti dhagayamu caqasaa'a; laagaa wocaa ka akka banii hucuucamee ta'ee dhagayaa'a; Rabbi Gooftaan banii maraa; loltoota ufii lolaaf hiriirseera.
5
Rabbii fi meeshaan woraana dheekkamsa isaa; lafa maraa balleessu'uuf; biyya fago'oo; daangaa samiiwwaniitii dhufaniiran.
6
Guyyaan Rabbii waan dhiyaateeruuf booyaa'a; Waaqa waa mara danda'u biraa badiin waan dhufuuf.
7
Kanaafuu harki maruu hin laamshaya; onneen nama maraatuu hin baxxi.
8
Raafamni isaan qabata; rakko'oo fi hucuucamatu isaan irra gaya; akka dubartii ciniinsifattuutitti ciniinsifatan. ija naasu'uutiin wol laalan fuulli isaanii soda'aan gurraachata.
9
Kunoo guyyaan Rabbii dhiyaateera; lafa ona taasisu'uuf; cubbamtoota isii keessa jiran balleessu'uuf bala'aa fi dheekkamsa ufii jaba'aan dhufa.
10
Urjiiwwan sami'iitii fi duultonni isaanii; ifa hin kennan; aduun akkuma baateen dukkanoofti; jiini ifa hin kennu.
11
Adunyaa hammeenna isi'iitiif hammeeyyii cubbuu isaaniitiif adaba; uf jajuu worra boonuu hin diiga; uf tuuluu gar jabeeyyi'iillee hin salphisa.
12
Nama worqii baffame caalaa mi'aa'a; worqii oofeerii caalaa dharraa godha.
13
Kanaafuu balaa Rabbii Gooftaa banii maraatiin; hennaa dheekkamsi isaa bobayu; samiiwwan sochoosa; ardiillee hule'ee sochoosa.
14
Akka kuruphee dhadhoolanii; akka tika hoolotaa ka tissee hin qabnee; namni maruu gara worra ufii deebi'a; namni maruu gara biyya ufii dheessa.
15
Ka booji'ame maruu hin woraannama; ka qabame maruu billawaan dhuma.
16
Uduu ijji isaanii argitu daa'imman isaanii cicciraman; manni isaanii hin saamama; dubartiin isaanii hin uggamti.
17
Kunoo worra Meedoonii worra meeti'ii hajaa hin qabne; ka worqi'itti hin gammanne; isaanitti kakkaasa.
18
Buundheen isaanii dargaggeeyyii fixa; daa'immanillee hin hambisu; ijji isaanii daa'immanii garaa hin laafu.
19
Baabiloonii mootota caalaa mi'a'aa; boona worra Kalaadotaa taate; Rabbi akka Soodomiitii fi Gamora'aa gara galcha.
20
Baroota maraa keessatti lamuu ka isii keessa taa'u hin jiru; Arabni achitti daasee hin dhaabatu; tisseen horii ufii achi irra hin yaasu;
21
garuu busaayaa lafa gammoojji'iititu achi irra ciciisa; manniin jeedallaniin guuttama; urunguuwwan achi keessa jiraatan; Guchiiwwan, re'iin lafa gammoojji'iillee achi keessa jiraatan.
22
Woraabessi maandhee isi'ii keessatti; mana isi'ii ka mootumma'aa keessaa jeedallantu iyya; barri isi'ii dhiyaateera; guyyoonni isi'iillee hin dheeratu; turu.
← Chapter 12
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 14 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66