bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 43
Isaiah 43
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 42
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 44 →
1
Amma garuu worra Israa'elii ijoollee Yaaqoobii! Rabbiin isin uume akkana jedha, «Ani waan isin oolchuuf hin sodaatinaa'a; isin banii kiyya; maqaa keessaniinillee isin waameera.
2
Hennaa bisaan ceetan Ani isin woliin ta'a; hennaa laga ceetan lanni isin hin liqimsu; hennaa ibidda keessa seentanillee ibiddi isin hin gubu; arrabni ibiddaa gubee daaraa isin hin godhu.
3
Ani Rabbiin woyyichi Israa'elii Waaqaa fi fayyisaa keessan; Ani isin oolchu'uuf biyya Misirii, biyya Itoophiya'aatii fi biyya Saaba'aa isinii kenna.
4
Isin na biratti worra jaalatame; Ani waan isin jaaladhuuf lubbuu teessan hambisu'uuf bani'ii fi mootota tiyya isinii kenna.
5
Ani waan isin woliin jiruuf hin sodaatinaa'a; Ani isinii fi ijoollee teessanillee baya biiftu'uutii fi dhiya adu'uutiillee wolitti qabee fida.
6
Ijoolleen tiyya ta dhiiraa biyya fago'ootii akka dhufan biyya gara kaabaa jiran hin tuqina'aa dhiisaa'a; ‹hin qabinalle'e› jedhee ajaja.
7
Isaan banii maqaa kiyyaan waamamanii fi ka ani midhaassee ulfinna kiyyaaf uume.»
8
Rabbi akkana jedha, «Banii kiyya ka uduu ija qabu hin argine, ka uduu gurra qabu hin dhageenne, wolitti naa qabaa'a!
9
Baniin maruu wolitti haa qabamuu; isaan keessaa namni waan ammaatii fi waan durii ka duraan ibsee dubbate eennu? nama dhuga'aa ta'uu ufiitii fi ragaa haa dhiyeeffatanii; isaanillee dhagayanii dhuga'a haa jedhanii.
10
Isin akka ani Rabbiin ta'e beettanii akka natti amantaniif isin filadhe; garboonni tiyyaa fi worri ragaa naa bayu isin; dhugamaan ana malee Waandhi biraa hin jiru; armaan durallee hin turre; uf afoollee hin jiraatu.
11
«Ani Rabbi; Ana malee ka fayyisu hin jiru;
12
Ani waan durana ta'u'uuf ta'u firrisee dubbadheera; ka isin oolche ana; waaqolee tolfamaa worra ormaa keessaa tokkollee ka waan kana hojjate hin jiru; waan kana maraafuu isin naa raga'a.
13
Ani duruma irraayyuu jalqabee Waaqa; harka kiyyaa eennullee eennuun hin oolchu; waan ani hojjadhe ka jijjiiru hin jiru»
14
Rabbi woyyichi Israa'elii fayyisaan keessan akkana jedha, «loltoota waan keessaniif biyya Baabilooniititti duulu erga; balbala dallawa qachatti'ii hin caccabsa; dhaaduu worra Baabiloonii gara booyichaa jijjiira.
15
Ani Rabbi Waaqa woyyuu keessan; Israa'elii kiyya! natu isin uume; mootiin keessanillee anuma»
16
Rabbi galaana keessaan karaa baase; bisaan keessaan hulee ceeyaniin hojjate.
17
Worra farado'ootii fi konkolaataa fardaa duultota woraanaatii fi worra jajjaboota gara hulee isaan itti badanii isaan fide; isaan kufaniiran; deebi'anii hin ka'an. isaan akka ibsaa dhaamsu'uuf afuufaniititti badan.
18
Rabbi akkana jedha, «Waan armaan dura ta'e hin yaadinaa'a; waan armaan dura raawwatamellee hin dhudhuminaa'a.
19
Ani ammaa achi waan haarawa godha; innillee ammuma mudhata; lafa onaa keessaan karaa baasa; lafa gammoojji'ii keessaan laggiin yaasa.
20
Hennaa ani banii ufii filadhee bisaan isaanii kennu'uuf lafa gammoojji'ii keessatti laggiin, lafa onaa keessattillee bisaan fincaayaan akka yaa'u godhe busaawaan lafa gammoojji'ii uduu hin hafne na kabajjan; jeedallanii fi guchiiwwan na galatoonfatan.
21
Baniin kunniinillee banii ufii uume waan ta'aniif na galatoonfatan»
22
Rabbi akkana jedha, «Israa'el ijoollee Yaaqoobii, isin na waamachuu dhiiftaniirtan; na tajaajiluullee hin barbaanne.
23
Hoolota teessan ta ciinca'aallee naa hin dhiyeessine; ciincaa keessaniinillee na hin kabajjine; Anillee akka kennaa naa kennitaniif isin hin rakkifne;
24
Qarshii keessaniin hixaana urgaayu naa hin binne; cooma ciincayeen na hin gammachiifne, isin garuu baay'inna cubbuu keessaniitiin ba'aa natti taatan; baay'inna yakka keessaniitiinillee na hifachiiftan.
25
Wonti kun maruu ta'ee ani Waaqa cubbuu keessan isinii dhiisu; kana wonti godhuuf isiniif uduu hin taane ufiif jedheeti; kanaafuu cubbuu keessan isinitti hin laakkayu;
26
«Na qaabadhaa'a; dubbii keessan dhiyeeffadha'aatii dhugaa keessan arganii isinii haa raganii.
27
Abbaan keessan ka duraa cubbuu hojjate; barsiisonni teessanillee yakka hojjatanii na gaddisiisan.
28
Kanaaf battaawuu bulchoota mana woyyu'uu ifa baase; worra Israa'elii ijoollee Yaaqoobiillee akka salphatanii fi akka sirima badan isaan godhe.»
← Chapter 42
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 44 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66