bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 40
Isaiah 40
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 39
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 41 →
1
«Jajjabeessaa'a; banii kiyya jajjabeessaa'a» jedha Waandhi keessan.
2
Yerusaalemitti salphisa'aa himaa'a; isi'itti labsaa'a; barri garbumma'aan tajaajilte gayeera; gatiin cubbuu isi'ii kaffalameera; waan cubbuu ufii maraaf Rabbiin harkaa dachaa lama fudhatteerti.
3
Laagaan nama labsii himuu akkana jedha, «Karaa Rabbii; lafa gammoojji'ii keessatti qopheessaa'a; karaa ijoo Waaqa keennaa; lafa onaa keessatti midhaassaa'a!
4
Dhoondhi maruu ol jedha; gaarranii fi tulloonni maruu gad jedhan; lafti goobaa fi dhooqaa wol qixxaaya; bu'aa bayiin maruu raasaa ta'a.
5
Ulfinni Rabbii hin mudhata, namni maruu woliin isa argan; waan afaan Rabbii kana dubbateef.
6
Laagaan tokko, «dubbii raagaa iyyii labsi» naan jedhe; anillee, «Maal jedhee iyya?» jedhe; «Namni maruu akka margaati; ulfinni isaa maruu akka abaaboo raasa'aati.
7
Margi hin goga; abaaboonillee hin harca'a; Hafuurri Rabbii waan itti bubbiseef baniin dhugama akkuma margaati.
8
Margi hin goga; abaaboonillee hin harca'a; dubbiin Waaqa keennaa garuu baraa haga bara baraa jabaatee jiraata.»
9
Ati ka Tsiyoonitti waan gammachu'uu himtu gaara ol jedhe gubbaa bayi ati ka Yerusaalemitti gammachuu himtu laagaa ol qabadhuu iyyi; ol qabadhu; hin sodaatin; qachoota Yihuuda'aatittillee «Waandhi keessan kunooti!» jedhi.
10
Kunoo Rabbiin waa maraa olii hunnaan dhufa; hunna ufiitiin bulcha; kunoo gatiin isa woliin jira; gatiin kaffalullee isuma woliin jira.
11
Tika ufii akkuma tisse'eetitti bobbaasa; ilmoolee irree ufiitiin wolitti qaba; ammuu keessatti isaan qaba; worra hoosisanillee seerumaan isaan masakka.
12
Ka galaannan kornye'een safare; ka samiiwwan taakku'uun bikke; ka biyyee ardi'ii bikkitu'uun wolitti qabe; ka gaarran madaalaan; ka tulloota madaalaan bikku eennu?
13
Ka Hafuura Rabbii hubate; ka gorsaa ta'ee isa barsiise hoo eennu?
14
Rabbi beekkumsa argachu'uuf eennuun mari'ate? karaa sirrii hoo eentu isa barsiise? ka beekkumsa isa barsiise; ka karaa hubanna'aallee isatti mudhise eennuun ture?
15
Kunoo baniin akka copha waabaa keessaati; akka daaraa madaallii irra jiruutitti laakkayaman; Lafa bisaaniin marfamte akka daaraa bullaaya'aatitti isaan madaala.
16
Libaanos ibidda ciinca'aatiif hin geettu; laakkobsi horii isi'ii ciincaa ciincayuuf hin gayan.
17
Baniin maruu isa afo'otti womaa miti; isaan isa afo'otti womattuu hin laakkayaman.
18
Eeganaa Rabbiin eennuun wolitti bikkitan? fakii kamiin wolitti fakkeessitan?
19
Fakii bocame ka ogummaa harkaa qabutu boca; ka worqii bassu worqii itti maxxansa; haada sibiilaa ka meeti'ii tolchaaf.
20
Hiyyeessi dhabaan kennaa akkanaa dhiyeessuu hin dandeenne; muka hin xiinxanoofne filata; fakii hin kufne dhaabu'uuf ogeessa beekkamaa barbaada.
21
Isin hin beennee? hin dhageennee? dur irraa isinitti hin himamnee? biyyi lafaa attamitti akka hundoofte isin hin hubannee?
22
Inni korboo lafaa gubbaa teessoo ufii irra taa'a; baniin isi'ii akka awwaannisaati; samiiwwan akka golgaa diriirsa; akka daasee keessa jiraataniititti isaan dhaaba.
23
Bulchoota waan diqqoo; worra adunyaa tana bulchan akka waan hin jirree isaan godha.
24
Dhaabamanii uduu womaa hin turre; facaafamanii uduu hagamillee hin turre; Hidda gad fageeffachuu uduu hin jalqabne; itti bubbise; isaanillee hin gogan; haboonbolattiin akka bura'aatitti haxaayee isaan fudhate.
25
Woyyichi, «Eennuun wolitti na qixxeessitan? eentu natti qixxaayalle'e?» jedha.
26
Ol jedha'aa gara sami'ii laalaa'a; ka kanniin maraa uume eennu? ka duultota urjiiwwanii tokko tokkoon baasu; ka maqaa isaaniitiin isaan waamu isuma; sababaa guddinna jabeenna isaatii fi jabeenna dandeettii isaatiin tokkochillee hin badu.
27
Yaaqoob! maaf akkana jetta? Israa'eel! maaf akkana dubbatta? «Karaan kiyya Rabbiin jalaa dhokateera; Waandhi kiyya murtii tiyyatti lash jedheera» maaf jetta?
28
Hin beettuu? hin dhageennee? Rabbi Waandhi bara baraa ka daangaa lafaa mara uume. Hin dadhabu; hin laafu; hubannaa isaa eennullee qoratee bira gayuu hin danda'u.
29
Ka dadhabee jabeenna kenna; ka haree hunna eda'a;
30
Ka'immanuu hin dadhaban; hin laafan; dargaggeeyyiin gufatanii kufan.
31
Worri Rabbiin abdatan garuu hunna ufii haarawoomfatan; akka bajjaatitti koolaan bararan; hin fiigan; hin laafan; hin deeman; hin dadhabanille'e.
← Chapter 39
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 41 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66