bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 2
Isaiah 2
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 3 →
1
Dubbiin ilmi Amootsii Isaayyaas waan biyya Yihuuda'aatii fi waan qachaa Yerusaalemii dubbate kana.
2
Dhuma baraatitti; gaarri mana woyyuu Rabbii; gaarran maraa olitti hundeeffama; tulluuwwanillee isaa olitti mudhatan; baniin maruu garas yaa'an.
3
Baniin hedduu dhufanii akkana jedhan; «Koottaa'a; gara gaara Rabbii gara mana woyyuu Waaqa Yaaqoobii haa baanuu; Inni karaa ufii nu barsiisa; karaa isaa keessa deemna; Seerri Tsiyooniin keessaa; dubbiin Rabbii Yerusaalemiin keessaa waan bayuuf.
4
Inni banii jiddu'utti murteessa; wolii galtee dhabuu namoota hedduu hin balleessa; isaan guraadee ufii tumanii gara maarasha'aa, woraana ufiillee gara haamtu'uu deebisan; baniin bani'itti guraadee hin kaasu; ammaa achi lola hin baratan.
5
Isin mana Yaaqoobii! koottaa! ifa Rabbii keessa haa deemnuu.
6
Banii kee ka mana Yaaqoobii ta'e hin dhiifte; isaan waaqeffannaa gatii hin qabne ka namoota baya biiftu'uutiin waan guuttamaniif; akka worra Filisxeemii falfala hojjatan; banii ormaa woliin harka dhayan.
7
Lafti isaanii ka meeti'ii fi worqi'iin guuttame; qabeenni isaanii haga hin qabu; ardiin isaanii farado'oon guuttameera; laakkobsi konkolaataa fardaa isaanii dhuma hin qabu.
8
Ardiin isaanii waaqolee tolfama'aan guuttamteerti; waan harki isaanii hojjateef; hujii harka ufiitii sagadan.
9
Namni gad qabame; ilmi namaa salphateera; kanaafuu yakka isaanii hin dhiisin.
10
Sodaachisaa Rabbii; gaachena isaa irraa dheessi; gara godaawwanii dhaqi; lafa jalatti dhokadhu!
11
Ijji nama boonuu hin buruxxi; worri uf jajullee hin salphatan; guyyaa san Rabbi hojjuma ufii mooya.
12
Rabbi Waandhi banii maraa; ka boonuu fi ka uf jaju maraa; ka uf tuttuulu maraa guyyaa itti salphisu qaba.
13
Birbirsoonni Libaanosii dhedheeraanii fi ka ol jedhan maruu, mukkiin odaa Baasanii maraa,
14
Gaarran gugurdaa maraa, tulluu ol jedhe maraa,
15
gamoo dhedheeraa maraa, dallaya ijaarame maraa,
16
Markaboota Tarsesii maraa, yaballan ulfinnaa maraa guyyaa itti salphisu qaba.
17
Uf jajuun namaa hin bada; boonuun namaa hin kufa; guyyaa san Rabbiin calla'atu mooya.
18
Waaqoleen tolfamaan maruu sirima badan.
19
Hennaa Rabbi ardii raasu'uuf ka'u; namoonni sababaa sodaachisaa isaatii fi gaachena isaatiif; gara dhooqa godaa, gara boolla lafaatitti dhokachu'uuf fiigan.
20
Guyyaa san namoonni waaqolee tolfamaa ufii ka meeti'iitii fi ka worqi'ii ka waaqeffachu'uuf tolfatan, tuqa'aa fi raare'ee darban.
21
Hennaa Rabbi ardii raasu'uuf ka'u; namoonni sababaa sodaachisaa isaatii fi akkasuma gaachena isaatiin gara goda dhaga'aa, goda dhaga'aa ka baqaqe keessa fiiganii seenan.
22
Nama akka hafuuraa hunna hin qabne hin abdatinaa'a; sirima waan namaa tolu hin qabu!
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 3 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66