bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Isaiah 63
Isaiah 63
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 62
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 64 →
1
Ka Bootsiraa biyya Edomiyaasiitii uffata diimaa uffatee dhufa'aaru kun eennu? ka hunna ufii gudda'aan uffata maalale'ee uffatee deemu kun eennu? «Ka murtii kennu, ka hunna fayyumma'aa qabu ana Rabbi.»
2
Akka nama daraaraa daadhii woyini'ii cuunfee baasuutitti uffanni kee maaf diimate?
3
Rabbi akkana jedhee deebisa, «Ani hojjuma kiyya orma maraa akka woyini'iititti irra ejjadhe; hennaa ani waan kana godhu banii keessaa ka na woliin ture hin jiru; ani aaree isaan irra ejjadhe; lola kiyyaan isaan butuche; dhiinni isaanii uffatatti na faca'e.
4
Ani haluu bayu'uuf murteeffadheera; hennaan banii kiyya oolchullee gayeera.
5
Hennaa naannaya kiyya laalu ka gargaaru eennullee hin jiru; ka gargaaru waan hin jirreef guddisee maalalfadhe; kanaaf ani lola kiyya gudda'aan mootee fide.
6
Ani lola kiyyaan isaan kuffisee lafatti isaan eda'e; lolli kiyya guddaan akka isaanitti dhagayamu godhee dhiiga isaaniillee lafatti jisse»
7
Ani waan inni nuu godhe maraafuu, yaada mishaa araara ufiitiin inni banii Israa'eliitii godhee fi waan jaalala isaa ka baraa haga bara baraatii fi waan hujii isaa ka eebbaa arjummaa Rabbii ka haga hin qabnee ibsee dubbadha.
8
Rabbi, «Dhugamaan isaan worra kiyyaa fi ijoollee tiyya ta hin sobne» jedhe. Inni fayyisaa isaanii ta'e.
9
Inni ka hennaa rakkinna isaanii maraa isaan oolche; ergamaa yookaan maleekkaa ergee uduu hin taane ufumaa jidduu isaaniititti argamee jaalalaa fi gara laafummaa ufiitiin isaan oolche; inni duruma irraa jalqabee isaan baadhate.
10
Isaan garuu Hafuura isaa woyyuu gaddisiisan; kanaaf inni isaanitti ka'ee isaan adabe.
11
Kanaan maayessa bara Muusee tajaajilaa Rabbii yaadachuu jalqaban; Rabbiin tissee hori'ii woliin galaana keessaa baase meeti? Rabbiin Hafuura woyyuu isaan keessa kaaye meeti?
12
Akka maqaan isaa ka bara baraa waamamuuf isaan afo'oo bisaan gar gar kute, ka ulfinna qabu, ka hunni isaa akka harka Muuse'eetiin deemu godhe eessa jira?
13
Hennaa galaana xiillaa keessa deeman akka womaa hin gufanne akka farda lafa diriiraa irra deemuu isaan taasise.
14
Akkuma gobbuu hori'ii ka dhooqa keessa yaa'uu Hafuurri Rabbii hara isaan baafachiise; akka maqaan kee kabajjamuuf akkaataa kanaan banii kee masakkite.
15
Yaa Rabbi! Waandhana! hunninii fi hinaaffaan kee meeti? fedhiin kee mishaanii fi gara laafummaan kee meeti? isaan nu irraa fagaataniiran; hulee woyyu'uu fi mana kee kabajjamaa sami'ii irraa gad nu laali.
16
Yoo Abrahaam nu hin beenne, Israa'elillee yoo nu hin hubanne ati abbaa keenna; Waaqa keenna! maqaan kee duruma irraa fayyisaa keenna.
17
Waaqa keenna! maaf akka karaa kee irraa bannu nu goote? akka nu si hin sodaanne maaf garaa nu jabeessite? yabo'oo hojjattoota teetii fi worra gosa kee ta'aniif jedhii nuu deebi'i.
18
Manni kee woyyuun hennaa hago'oof qabeenna banii woyyuu keetii ture; amma garuu diintota teennatu keessa deema.
19
Nu akka worra si jalatti hin bullee fi akka worra maqaa keetiin hin waamamnee haga taane turreerra.
← Chapter 62
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 64 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66