bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Ezekiel 17
Ezekiel 17
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 18 →
1
Rabbi akkana naan jedhe,
2
«Ilma namaa! worra Israa'eliititti hibboo hibbifadhu mammaakaan isaanii ibsi;
3
Waan ani Rabbiin maraa olii jedhu akka beekan waan kana isaanitti himi; allaattiin bajja jedhamu ka koolaa fi baallii bareeda'aa fi dhedheeraa qabu guddaa tokkotu ture; allaattiin kun gara gaarran Libaanosii bararee muka Libaanosii tokko irra taa'ee haafa isaa kutee gara biyya daldalli itti baay'atuu fidee qachaa worri daldalu itti baay'atu keessa kaaye.
5
Achiin maayessa biyya Israa'elii keessaa sanyii fuudhee hulee mishaa bisaan argata'aa itti guddatutti dhaabe.
6
Biqiltuun sun guddatee uduu lafa irraa ol hin fagaanne dhaaba woyini'ii ka guddisee lalise ta'e; dameen isaa gara allaattii sanii ol guddatan; hiddi isaa lafa jala gad seene; biqiltuun woyini'ii sun dame'ee fi baala hedduu baase.
7
Akkasuma allaatiin bajja jedhamu ka biraa ka koola gugurdaa qabuu fi baallii hedduu qabu guddaa tokkotu ture; ammallee biqiltuun woyini'ii hidda ufiitii fi damee ufii gara allaattii sanii badhise; wonti inni waan kana godheef akka hulee itti dhaabe sanitti bisaan obaasuuf.
8
Biqiltuun woyini'ii sun guddatee akka barbaachisutti lalisee daraaraa mishaa akka daraaru huleen mishaan bisaan gayaa itti argatu hin jira.
9
«Rabbiin maraa olii akkana jedha jedhii isaanitti himi; biqiltuun woyini'ii ka dhaabame kun biqilee lafa qabataa? allaattiin duraa hidda isaa buqqisee akka daraaraan isaa shamuu fi akka gogu akkasuma baalli isaa ka lalise akka quuru hin godhuu? hidda isaa buqqisu'uuf meeshaa woraanaa jabaa yookaan loltuu jabaa isa hin barbaachisu.
10
Biqiltuun woyini'ii dhaabameera; eeganaa inni biqilee lafa qabatee guddachuu danda'aa? hennaa bubbeen lafa gammoojji'ii jabaan isatti bubbise uduma hulee itti dhaaban san jiru sirima hin goguu?
11
Rabbi akkana naan jedhe,
12
«Mee yoo ka hiikkaa mammaakaa beekanii worra dhibaa kana gaafadhu; akka mootichi Baabiloonii gara Yerusaalemii dhufee mooti'ii fi abboota murti'ii gara Baabiloonii fide isaanitti himi.
13
Inni maatii mootichaa keessaa nama tokko fuudhee isaan wolii galee akka inni isaaf amanamu kassiise; namoota biraallee worra beekkaman fudhate.
14
Inni wonti waan kana godheef mootummaan Yihuuda'aa gara laafumma'aa fi isaa ajajama'aa waadaa isaan wolii galeen jabaatee akka dhaabatuuf.
15
Mootiin Yihuuda'aa garuu didee akka farado'oo fi loltoota jajjabaa fidaniifiif worra dhaamsa geessan gara biyya Misirii erge; eeganaa karoorri isaa kun hin ta'aafii? waan kanaan miliqee jalaa bayuu danda'aa? yoo ka wolii galtee diigu ta'e adabbii jalaa hin bayaa?
16
Ani Rabbii maraa olii Waaqa jiraataa waan ta'eef sababaa mootichi kun waadaa mootii Baabiloonii ka teessoo ulfinnaa irra ta'e waan diigeef Baabilooniin keessatti du'a.
17
Hennaa worri Baabiloonii namoota ajjeesu'uuf boyii qotanii biyyee ol tuulanii kushee ijaartan, mootiin biyya Misirii loltoota ufiitii fi duultota ufii woliin dhufee lolaan isa gargaaruu hin danda'u.
18
Inni kakuu san tuffatee waadaa isa woliin gale diigee haga harka kennateen maayessa waan kanniin waan godheef jalaa bayuu hin danda'u» naan jedhe.
19
Kanaafuu Rabbiin maraa olii «Ani waan jiraataa ta'eef inni waan kakuu naa kakate tuffatee waadaallee waan diigeef kakuun sun akka isa irra gawu godha.
20
Ani woshaadoo isa qabu isa jalatti badhisee akka inni isaan qabamu godha; inni waan na ganeef ani gara Baabiloonii isa fidee isatti murteessa.
21
Loltoonni isaa filatamaan dirree woraanaatitti dhuman; worri du'a jalaa hafan garuu hulee gara garaatitti bittinnaayan; hennaa san ka waan kana dubbate akka ana Rabbiin ta'e beettan.»
22
Rabbiin maraa olii akkana jedha; «damee muka Libaanosii irraa haafa tokko fuudha; isa irraallee luxuu muree anumti gaara guddaa irratti dhaaba.
23
Huleen ani isa itti dhaabu gaara guddaa Israa'eliin keessa jiru irratti; ani wonti waan kana godhuuf akka inni damee baafatee daraaraa daraaree akka muka Libaanosii ka bareede ta'uuf; isa jala simbira gara garaatitu jiraata; gaaddisa haafa isaa jalatti uumama koola qaban maratuu maandhee ijaarata.
24
Mukkiin lafa irra jiran maruu akka ani Rabbiin ta'e beekan; ani mukkiin dhedheeraa hin gaggabaabsa; mukkiin gaggabaabaa garuu akka ol dheeratanii guddatan godha; ani mukkiin lalise hin gossa; mukkiin goggoge hin lalisiisa; Ani Rabbi waan kana dubbadhe; waan hin godha jedhe maraa hin raawwadha»
← Chapter 16
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 18 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48