bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Ezekiel 30
Ezekiel 30
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 29
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 31 →
1
Rabbi ammallee akkana jedhee natti dubbate,
2
«Ati ilma namaa! waan ani Rabbi sitti mudhisu maraa beessisa'aa raaga kana dubbadhu; ‹Guyyaa saniif aanne'e!› jedha'aa booyiif.
3
Guyyaan duumessaa dhiyaateera; guyyaan kun guyyaa murtii Rabbiiti! guyyaan kun banii maraaf guyyaa rakkinnaa ta'a.
4
Biyya Misiriititti lolatu ka'a; biyya Itoophiya'aatittillee waan guddisee nama naasisutu ta'a; namoonni hedduu biyya Misiriititti dhuman; biyyattiin saamamtee bu'uurri isi'ii hin diiggama.
5
«Woraanni sun biyya Itoophiya'aa, biyya Liibiya'aa, banii biyya Liidiya'aa, fuuxii fi banii worra kiyya keessaa dhufan ka Arabaallee hin fixa jedhee natti dubbate.
6
Rabbi biyya Migidooniitii jalqabee haga biyya Siwaanii worri biyya Misirii gargaaran woraanaan dhuman; uf jajuun jabeenna biyya Misirii hin salphata; Ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
7
Biyyattiin biyyoota ona ta'an caalaa ona taati; qachoonni isi'ii maruu qachoota diiggaman caalaa diiggaman.
8
Hennaa ani ibidda biyya Misirii gubu qabsiisu akkasuma hunni worra isii gargaaruullee hennaa butute akka ani Rabbiin ta'e beekan.
9
Guyyaa san wonti isaan nu irra gaya jedhanii hin mamne worra Itoophiya'aa sodaachisu'uuf ergamtoonni ajaja kiyyaan bayan; isaan sababaa badii biyya Misirii irra gawuun dhugamaan guddisanii sodaatan» jedha.
10
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ani akka inni banii biyya Misirii balleessuuf mootii Baabiloonii Naabukadanatsooriin erga.
11
Inni loltoota ufii garjabeeyyii qabatee biyyattii balleessu'uuf dhufa; isaan biyya Misirii guraade'een dhayan; biyyattii keessa reeffatu guuta.
12
Ani bisaan laga Abbaayii hin gossa; worra biyya Misirii akka baallii namoota hama'aa jalatti kuftu taasisa; kanaafuu baniin ormaa maruu biyyatti sirima balleessan; ani Rabbi waan kana dubbadheera» jedha.
13
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Waaqolee tolfamaa meemfiisiin keessa jiranii fi waaqolee sobaa maraa hin diiga; namni biyya Misirii keessatti bulchaa ta'u hin jiru; ani akka baniin sodaatan godha.
14
Ani qachaa Phaaxiroosii ta biyya Misirii keessa gara kibbaatiin jirtu ona taasisa; qacha Tsu'aanii ta gara kaabaatiin jirtullee ibidda qabsiisa; qachaa Teebisiillee itti murteessee adaba.
15
Qachaa Peeluusiyaanii ta biyya Misiriitiif kushee taate akka balaan kiyya isii irratti bu'u godha; banii hedduu ta qachaa Teebisii ta kushee biyya Misirii taate akka balaan kiyya guddaan isii irratti bu'u godha; banii hedduu ka Teebisii hin ajjeesa.
16
Ani biyya Misiriititti ibidda bobeessa; Peelusiyaan guddiftee hucuucamti; dalloofni dhaga'aa ka Teebisii hin diiggaman; qachaa Meemfiisii rakkoo wol irraa hin cinnetu isii irra gaya.
17
Ka'imman qachoota Ooniitii fi Bubaastisii keessatti argaman maruu hin booji'aman.
18
Hennaa ani hunna biyya Misirii caccabsee waan isaan ittiin dhaadatan balleessu Xaafinaas dukkanaan golgamti; biyyi Misirii duumessaan golgamti; worri qachoota isi'ii keessa jiraatan hin booji'aman.
19
Hennaa ani akkaataa kanaan biyya Misirii adabu akka ani Rabbiin ta'e beekan»
20
Baqannee woggaa kudha tokkeesso'oo ji'a jalqabaa guyyaa torbeesso'ootitti Rabbi akkana jedhee natti dubbate,
21
«Ilma namaa! Ani irree biyya Misirii cabseera; ogeessi worqaanaan hidhee isa fayyisu hin jiru; kanaafuu inni ammaa achi jajjabaatee guraadee ol fudhachuu hin danda'u.
22
Sababaa kanaaf wonti ani Rabbi Gooftaan jedhu kana; «Ani mootii biyya Misirii lolaan itti ka'eera; kanaafuu harka isaa lamaan ka dura cabee fi ka fayya'aallee deebi'ee cabsu'uuf qophaayeera; akka guraadeen harkaa bu'u godha.
23
Worra biyya Misirii bani'ii fi biyyoota gara garaa keessa isaan bittinneessa.
24
Akkaataa kanaan ani hunna mootii Baabiloonii jajjabeessee akka inni guraadee kiyya harkatti qabatu godha; hunna mootii biyya Misirii garuu hin caccabsa; inni akka nama madaayee du'uu gayeetitti diina ufii afo'otti woyata.
25
Ani mootii biyya Misirii dadhabsiisee mootii Baabiloonii jajjabeessa; hennaa ani guraadee kiyya mootii Baabilooniititti kennee inni mootii biyya Misiriititti bikkatu namni maruu akka ani Rabbiin ta'e beekan.
26
Ani worra Misirii bani'ii fi biyyoota gara garaa keessa isaan bittinneessa; achiin maayessa akka ani Rabbiin ta'e beekan.»
← Chapter 29
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 31 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48