bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Ezekiel 35
Ezekiel 35
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 36 →
1
Rabbi akkana jedhee natti dubbate,
2
«Ati ilma namaa! fuulaan gara gaara Eedoomii deebi'ii bani'itti raaga dubbadhu.
3
Waan ani Rabbiin maraa olii jedhu maraa akkana jedhii isaanitti himi; ‹Banii Eedoomii! Ani isin morma; biyya teessan gammoojji'ii fi ona taasisu'uuf isinitti ka'eera.
4
Qachoota teessanillee hin diiga; biyya teessan ona taasisa; achiin maayessa akka ani Rabbiin ta'e beettan.
5
Isin sababaa waan gadoo keessan ka hennaa dheera'aatiif worri Israa'elii akka rakkatanii adabamanii guraade'een dhuman dabarsitanii isaan kennitan.
6
Kanaafuu ani Rabbiin maraa olii waan jiraataa ta'eef du'aaf isin qopheessa; worri isin ajjeesu isin ari'a; isin waan dhiiga namaa jissuu hin jibbineef ka dhiiga namaa jissutu si ari'a.
7
Ani biyya Eedoomiitii fi gaarran isi'ii onaa fi lafa gammoojji'ii taasisa; akka eennullee karaa saniin hin lufne godha.
8
Gaarran maraa reeffa namoota dhumeetiin guuta; reeffi namoota woraanaan dhumanii tulloota dhooqaa fi laggiiwwan kee maraa keessa guuta.
9
Ani baraa haga bara baraa biyya teessan ona taasisa; lammata ka qachoota teessan keessa jiraatu hin argamu; hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beettan.
10
Ani Rabbi yoma achi jiraadhellee banii lachuu jechuun Yihuuda'aa fi Israa'eliin lafa isaaniillee dhaalaan fudhachu'uuf yaaddanii turtan.
11
Kanaafuu ani Rabbiin maraa olii jiraataa waan ta'eef sababaa isin jibbansa, lolaa fi hinaaffaa banii kiyyatti mudhiftaniif adabbii isin barbaachisu isinii kenna; hennaa ani isin adabu isaan akka ani Rabbiin ta'e akka beekan godha.
12
Dubbii isin isaan waan ona ta'aniif akka nu jalatti bulaniif nuu kennamaniiran jettanii tuffi'iin waan gaarran Israa'elii dubbattan ani Rabbi akka dhagaye duranaa hin beettan.
13
Akka isin natti morkattanii akka feetan akka dubbattan dhagayeera.
14
Kanaafuu wonti ani Rabbiin maraa olii jedhu kana, «Hennaa adunyaan maruu gammadan biyya keessan ammo gammoojjii taasisa.
15
Akkuma isin biyyi Israa'elii gammoojjii taanaan gammaddan anillee gaarran Seer'iriitii fi biyya Eedoomii maraa gammoojjii taasisa; achiin maayessa namni maruu akka ani Rabbiin ta'e beeka.»
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 36 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48