bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Ezekiel 4
Ezekiel 4
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 5 →
1
Rabbi akkana jedhe, «Ilma namaa! faara dhoqqee irraa hojjatame baxxicha fuudhii uf afoo kaayii fakii qachaa Yerusaalemii irratti kaasi.
2
Fakii san akka qachaa woyiititti laaliitii balaa itti buusu'uuf qophaayi; mi'a faaraa san qacce'ee haga qacce'eetitti biyyee tuulii hulee irra ol bayaniin tolchii fakii san akka waan loltoonni marsaniititti marsi; karaa maraanuu utubaa mukaa hojjadhuutii akka waan balbala dallawa qachatti'ii diidduu godhi.
3
Ati eelee sibiilaa fuudhii si'ii fi qachattii jiddu'utti akka dallawaatitti dhaabi fuula kee gara qachatti'ii deebisii waan marfamte haa fakkaattuu; ka isii marsullee sima; kun banii Israa'eliitiif malkata ta'a.
4
«Eeganaa ati cinaacha kee ka bita'aatiin ciisi; ati cubbuu worra Israa'elii baadhu; guyyaa cinaacha keetiin ciiftu maraa cubbuu isaanii baadhatta.
5
Haga bara worri Israa'elii cubbuu hojjate baay'inna guyya'aa sii murteesseera; guyyaan tokko waan woggaa tokkooti jechu'u; kanaafuu ati guyyaa dhibba sadihii fi sagaltamaa cubbuu worra Israa'elii baadhatta.
6
Haga waan kana gooteen maayessa cinaacha kee ka mirgaatitti gara galtee ciiftee haga guyyaa afurtamaa yakka worra Yihuuda'aallee hin baadhatta; kunillee adabbii ani wogga wogga'aan isaan adabuun wol qixa jechu'u.
7
Gara Yerusaalemii marfamteertuu xiinxallii laali; harka kee ol kaasii raaga isii seeru'uu itti dubbadhu.
8
Haga hennaan isiin itti marfamte sun raawwatutti akka ati cinaacha kaanii gara cinaacha biraatitti gara hin galle haadaan si hidha.
9
Ati amma qamadii, garbuu, baaqelaa, Misira, Misinga'aa fi ajjaa fuudhii wolitti makii daassisii budeena godhadhu; kun nyaata guyyaa dhibba sadihii fi sagaltamaa hennaa cinaacha kee ka bita'aatiin ciiftu nyaattu.
10
Ati nyaata guyyaa guyya'aan giraama dhibba lamaa fi soddomaa gayu nyaatta; nyaata kana guyyaa itti aanuufillee qusata'aa hennaa murtaayeef nyaatta.
11
Bisaan ati dhuddu waan diqqoo ta'uu barbaachisuuf guyya'aan kobbee lama lama dhudda.
12
Buddeena garbu'uu kobootuu udaan namaatiin bilcheeffattee nyaatta.» naan jedhe.
13
Rabbi, «Wonti kun hennaa ani banii Israa'elii biyya ormaa maraa keessa isaan bittinneessu nyaata battaaye ka seerri isaan dhoogge akka nyaatan mudhisa» jedhe.
14
Ani akkana jedhee deebiseef, «Rabbii maraa olii! kun sirimaa hin ta'in! ani waan battii sirima tuqee hin beeku; ani daa'immummaa kiyya irraa jalqabee waan battaaye yookaan foon horii bineensi ajjeessee hennaan nyaadhe hin jiru; nyaata nama jibbisiisullee nyaadhee hin beeku.»
15
Rabbi akkana naan jedhe, «Misha'a; eeganaa bikka udaan namaa kobootuu hori'ii guurii buddeenaan bilcheeffadhuu nyaadhu!»
16
Ammallee akkana naan jedhe, «Ilma namaa! nyaanni worra Yerusaalemiitii dhiyaatu akka dhaabatu godha; baniin achi jiraatan maruu sodaatanii shukula'aa waan nyaataniif waan dhugan qusata'aa akka nyaata'aa dhugan godha.
17
Isaan buddeenaa fi bisaan dhugan dhaban; kanaafuu abdii kutatanii ija keessa wol laalan; sababaa yakki isaanitti guddatuuf nafti isaanii hin huqqata.»
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 5 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48