bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Ezekiel 26
Ezekiel 26
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 27 →
1
Baqannee woggaa kudha tokkeesso'oo jalqaba ji'aa Rabbi akkana jedhee natti dubbate,
2
«Ati ilma namaa! wonti baniin qachaa Xiroosii jiran itti gammadan kana ‹Yerusaalem diiggamteerti! daldaluu dadhabdeerti; isiin ammaa achi waan nuun wol morkuu hin dandeenneef nu hin duroomna› jedhan.
3
«Kanaafuu Rabbiin maraa olii akkana jedha, ‹Xiroos! ani sitti ka'ee akkuma dambaliin galaana irratti ka'u banii kiyya heddu sitti kaasa.
4
Dalloofni qachaa keetii hin diiggaman; dallawa dhaga'aa ka worra kee ka balbala eeguu hin caccabsan; biyyee maraa haxaayee balleessee akka dhagaan callaan hafu godha.
5
Ani isii galaanuma san biratti hulee worri qurxummii qabu woshaadoo ufii itti miicatu isii taasisa; Ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera; baniin Xiroosiin hin saaman;
6
banii gandiin san keessa jiraatan maraa lolanii guraadee ufiitiin isaan fixan; hennaa san Xiroos akka ani Rabbiin ta'e beetti.»
7
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ani Nabukadanatsoorii mootii Baabiloonii akka inni Xiroosiin irratti balaa buusu gara kaabaatii isi'itti fida; inni loltoota ufii jajjabaa worra faradoo yaabbatanii fi worra konkolaataa fardaa yaabbatan hedduu woliin dhufa.
8
Baniin gandiin qachattii sanniinii keessa jiraatan maruu woraanaan dhuman; inni kushee ittiin uf irraa isin dhoogguun ijaarata; diinni haga qaccee dallawa keetii biyyee ol tuula; wontee hedduun uf irraa isin dhoogga'aa isin miidha.
9
Meeshaa kushee diiguun dallawa kee diiga; dallawa dhaga'aa kee ka worra balbala eeguu dhagara'aan diiga.
10
Daaraan buudaa fardaatiin ol ka'u akka duumessaatitti si golga; daaraan sun hennaa balbala dallawa keetiitiin ol seenu akka nama faradoo yaabbatee loluu, akka laagaa konkolaataa fardaa yaabbatuutii fi laagaa akka laagaa miila korbo'ootiin qachaa kee diiga.
11
Loltoonni buudaa faradoo ufiitiin karaa kee maraa dhidhiitan; banii kee guraade'een ajjeesan; utubaawwan kee jajjabaan lafatti gad kufan.
12
Qabeenni kee hin booji'ama; miini kee ka daldalaa hin saamama; dalloofni kee hin diiggama; manniin kee babbareedaan hin diiggama; dhagaan kee, balballinii fi tuulaan waan diiggamee galaanatti gatan.
13
Sirbaa fi laagaa meeshaa sirba gara garaatii fi laagaa buuchoo keetii hin cadhisiisa.
14
Hulee dhaga'aa ka worri qurxummii qabu woshaadoo ufii badhifatutu hafa; qachaan deebitee hin haarawoomtu; sababaa wonti kun ta'uuf waan ani Rabbiin maraa olii dubbadheef» jedha.
15
Rabbiin maraa olii qachaa Xiroosiitiin akkana jedha, «Hennaa worri madaayan woyatanii fi hennaa si keessatti nama ajjeesan laagaa kufa keetiitiin biyyi daangaa kee jiru hin raafamuu?
16
Mootonni biyya naannoo galaanaa maruu teessoo ufii irraa bu'an; uffata ufii ka ulfinnaatii fi uffata ufii ka faaya gara garaatiin midhaassan qabatanii sodaata'aa hollata'aa lafa taa'an; isaan waan hamaa si irra gaye yaada'aa guddisanii raafaman; waan si irra gayeen nayan.
17
Isaan akkana jedha'aa faarsa'aa sii booyan, ‹isin worri biyya daangaa galaanaa jiran raaftan ati qachaan jabduun gurra dhagayatte ta galaana biraa! ati attamitti galaana biraa dhabamte?
18
Guyyaa isiin itti kufte tulluuwwan hin raafaman; baniin isii gubbaa jiraatan maruu sababaa badii isi'iitiif guddisanii nayan.»
19
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ani akka qachoota onaa ta eennullee keessa jiraachuu hin dandeennee si taasisa; bisaan galaana guddaa xiillaa keessaa argamuun si dhossa.
20
Ati duutee banii dur du'an woliin wolitti eda'amtee akka jiraattu si taasisa; ati akka worra du'anitti makamtee jiraattu worra biyya lafa jalaa keessa ka baraa haga bara baraa diiggamanii jiraatan woliin akka jiraattu si taasisa; sababaa kanaaf lammata namni si keessa hin jiraatu; ati worra jiraatan woliin jiraachu'uuf hulee hin qabdu.
21
Akka dhumti kee nama sodaachisu taasisa; achiin maayessa hennaa ati itti baddu ta'a; hennaa san irraa jalqabee namoonni yoo si soqan sirima si hin argatan» Ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
← Chapter 25
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 27 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48