bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Ezekiel 9
Ezekiel 9
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 8
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 10 →
1
Kanaan maayessa Rabbi laagaa ufii ol qabatee, «Isin worri qachattii adabdan as dhiyaadhaa'a; meeshaa woraanaa keessan ka waa balleessu'uuf qophaaye qabadha'aatii koottaa'a!» jedha'aa hennaa dubbatu dhagaye.
2
Namoonni jahaa meeshaa waa ajjeesaniin qabatanii gara balbala gubba'aa ka gara kaabaatiin dhufan; isaan keessa nama uffata gad diratan uffatee meeshaa barreessaniin cinaacha tokkotti qabateerutu jira; namoonni jahanuu ol seenanii hulee ciinca'aa ka sibiila diima'aa bira dhaabatan.
3
Waan kanaan maayessa falaqqifni ulfinna Waaqa Israa'elii mudhisu Kiruubeelii dura irra jiru san irraa ka'ee gara balbala mana woyyu'uu dhaqe; Rabbi namicha uffata gad diratan uffate ka meeshaa barreessaniin harkaa qabu san waamee,
4
«Ati qachattii Yerusaalemii maraa keessa naannayii waan hama'aa fi ka nama salphisu ka qachattii keessatti raawwatameen kallacha namoota guddisanii gaddanii irratti malkata godhi!» jedheen.
5
Ammallee Rabbi namoota kaawwaniin «Isinillee nama kana hordofa'aa naannaya'aatii ka qachattii tana keessa jiru maraa ajjeesaa'a; eennuullee garaa laaftanii isaan hin dhiisinaa'a.
6
Jaarsaa ka'ima, dhiiraa fi dubartoota, daa'immanii fi dubartoota maraa ajjeesaa'a; garuu nama kallacha ufii irraa malkata qabu eennuunillee hin tuqinaa'a; ajjeechaa mana woyyuu kiyya irraa jalqaba'aa ajjeesaa'a» hennaa jedhuun dhagaye; kanaafuu bulchoota mana woyyuu bira dhaabatan irraa jalqaban.
7
Rabbi, «Deema'aa mana woyyuu batteessaa'a! bayima reeffa namaatiin guutaa'a!» isaaniin jedhe; isaanillee yaa'anii namoota qachattii keessa jiran maraa ajjeesan.
8
Hennaa ajjeechaan kun raawwatamu hojja kiyya hafee «Rabbii maraa olii! badee! worra Israa'eliin keessatti hafan maraa haga fixxutti hagana mara worra Israa'eliitiin loltaa?» jedheen.
9
Rabbi akkana jedhee deebise, «baniin Israa'eliitii fi baniin Yihuuda'aa cubbuu hamaa guddaa hojjatanii yakkaniiran; biyyattii maraa keessatti ajjeechaa raawwataniiran; qachattii keessa akka hammeenni guutu godhaniiran; ‹Rabbi biyya teenna dhiiseera; nu hin laalu»
10
Kanaafuu ani garaa isaanii hin laafu; isaanii hin araaramu; waan isaan namoota kaawwan irratti raawwatan anillee deebisee isaan irratti raawwadha.»
11
Kanaan maayessa namichi uffata gad diratan uffate ka waan barreessaniin harkaa qabu deebi'ee dhufee «Waan ati na ajajje maraa raawwadheera» jedhee Rabbitti hime.
← Chapter 8
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 10 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48