bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Ezekiel 39
Ezekiel 39
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 38
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 40 →
1
Rabbiin maraa olii akkana jedhe, «Ati ilma namaa! Googii banii Tuubaaliitii fi Meesheekii bulchutti raaga dubbadhu; akka ani isatti ka'e itti himi.
2
Ani gara inni deemu jijjirsisee gara biyya kaabaa fago'oo gara gaarran Israa'elii akka duulu isa taasisa.
3
Achiin maayessa ani isa dhayee buundhee isaa harka bita'aatii, eboo isaa harka mirgaatii buusisiisa.
4
Googii fi duultonni isaa akkasuma hiriyyoonni isaa ka lolaa worri isa woliin hiriiran maruu du'anii gaarran Israa'elii irratti kufan; reeffa isaanii akka allaatiin sami'iitii fi busaayaan lafa irra jiraatan nyaatan taasisa.
5
Lafa raasa'aatitti kufan; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
6
Biyya Maagoogiitii fi hulee namoonni daangaa galaanaa hulee sodaa tokko malee irra jiraatan marattuu ibidda qabsiisa; hennaa san isaan maruu akka ani Rabbiin ta'e beekan.
7
Maqaan kiyya woyyuun akka banii Israa'elii biratti beekkamu godha; ammaa achi akka maqaan kiyya arrabfamu hin dhiisu; achiin maayessa baniin maruu akka ani Rabbii woyyuu Israa'elii ta'e beekan» jedhe.
8
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «guyyaan dhufa'aara; dhugamaan hin raawwata jedhee dubbadhe sun kana.
9
Baniin qachoota Israa'elii keessa jiraatan maruu yaa'anii meeshaa woraanaa ka gatan maraa qoraan ibiddaa akka isaanii ta'uuf wolitti qabatan; wontee, buundhee, eboo, woraanaa fi bokkuu maraa wolitti qabatanii bobeeffatan; meeshaa wolitti qaban kanniin akka qoraaniititti haga woggaa torbaa bobeeffatan.
10
Kanaafuu hulee gara garaatii qoraan ibiddaa wolitti qabu'uu fi bosona keessaallee muka muruu isaan hin barbaachisu; sababaan meeshaa woraanaa ka namoonni gatan maraa wolitti qabatanii bobeeffachuu hin danda'an; bikka armaan dura worri biraa saama'aa isaan fixa'aa turan; amma isaan koree ufiititti saamanii isaan fixuu danda'an» ka waan kana dubbate Rabbii maraa oliiti.
11
Ammallee Rabbi akkana jedhe, «Hennaa wonti kun maruu ta'u dhooqa karaa galaana baya biiftu'uutiin jiru ka lafa Israa'elii keessatti argamu keessatti hulee Googi itti awwaalamu kennaaf; inni waan araanni itti baay'ateef karaa cufa; Googii fi loltoonni isaallee achumatti awwaalaman; kanaafuu dhoondhi sun ‹dhooqa loltoota Googii› jedhamee waamama.
12
Achiin maayessa worri Israa'elii reeffa sanniin maraa awwaalanii lafa san deebi'anii qulqulleessu'uuf ji'a torba isaan gaafata.
13
Worri lafa san irra jiraatan maruu isaan gargaaranii reeffa sanniin awwaalan; guyyaa ulfinni kiyya mudhatu isaanillee hin ulfaatan; ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera.
14
Reeffi ji'a torbaan maayessa lafatti hafe yoo jiraate namoota hulee gara garaa deema'aa reeffa soqa'aa awwaala'aa lafa qulqulleessan ramadan.
15
Hennaa biyyattii keessa naannayan lafee nama du'ee yoo argan cinaacha isaatitti malkata godhanii bira lufan; worri boolla awwaalaa qotan dhufanii dhooqa Googi Haamoonii keessatti awwaalan.
16
Akkaataa kanaan lafattiin deebitee qulqulloofti; naannaya isaanii qachaa Haamoon jedhamtutu jira» jedha.
17
Rabbiin maraa olii akkana naan jedhe, «Ati ilma namaa! rumicha gara garaatii fi busaayaa maraanuu Ayyaana ciinca'aa guddaa ani gaarran Israa'elii irratti isinii qopheessu foon isaanii nyaachu'uu fi dhiiga isaanii dhugu'uuf hulee maraayyuu wol gaya'aa koottaa'a› jedhiin» naan jedhe.
18
Foon worra jajjaba'aa ka akka kormaa korbeessaa fi tumaalessa re'iin biyya Baasaanii ka Sooramanii nyaattan; dhiiga namoota gugurdaa lafa tana irra jiruu dhuddan.
19
Ayyaana ani isinii qopheesse ka ciinca'aa san irratti haga quuftanitti cooma nyaattan.
20
Waan nyaataa ka ani isaanii dhiyeessu foon fardaatii fi ka worra faradoo yaabbatanii lolanii, foon loltootaatii fi ka duultota biraallee haga nyaatanii quufanitti nyaatan.» jedha Rabbiin maraa olii.
21
Rabbi ammallee akkana jedhe, «Ani banii keessatti ulfinna kiyya mudhisa; baniin maruu hunnaa fi murtii kiyya ka isaanitti murteessee isaan adabeen hin argan.
22
Worri Israa'elii hennaa san irraa jalqabee akka ani Rabbii Waaqa isaanii ta'e beekan.
23
Worri Israa'elii booji'amanii ka fudhataman sababaa na yakkaniif akka ta'e baniin maruu hin beekan; Ani waan lash isaanitti jedheef diintonni isaanii lolaan isaan mooyatanii isaan maraa ajjeesaniiran.
24
Ani akka battumma'aa fi yakka isaanii isaan irratti raawwadhe isaan hin gargaarrelle'e» jedhe.
25
Rabbiin maraa olii akkana jedhe, «Ani amma banii Israa'elii worra ijoollee Yaaqoobii ta'anii hin araarama; deebisee isaan duroomsa; Ani akka maqaan kiyya hin arrabfamne hin dhoogga.
26
Hennaa isaan biyya ufii keessa uduu womaa isaan hin sodaachifne jiraata'aa turan hujii badaa nama saalfachiisu hojjachu'uuf anatti amanuu dhabuu ufii hin irraanfatan.
27
Ani hennaa isaan banii maraa keessaa wolitti isaan qabuu fi biyyoota diintota isaanii keessaa uduu baniin hedduu argu hennaa wolitti isaan qabu ani karaa isaaniitiin woyyummaa kiyya mudhisa.
28
Akka isaan booji'amanii fudhataman ka godhe yoma anallee ta'e amma ammo namni tokkollee isaan keessaa uduu uf duubatti hin hafne gara biyya ufii akka deebi'an taasiseera; kanaafuu baniin ani Rabbii Waaqa isaanii akka ta'e hin beekan.
29
Ani Hafuura kiyya banii Israa'elii irratti buusa; lammata lash isaanitti hin jedhu» jedhe dubbate Rabbii maraa oliiti.
← Chapter 38
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 40 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48